Liibanii Dirree Booranaa

Liibanii Dirree Booranaa

Share

Aadaan nafaa nafaa ofii abbaatti jabeeffata💯%

27/09/2026

Itiyoophiyaan gaaffii karra galaanaa karaa dippilomaasiin deebisuuf hojjechaa jirti- Obbo Qajeelaa Mardaasaa

Itiyoophiyaan gaaffii karra galaanaa karaa dippilomaasii fi akkaataa fayyadamummaa waloo mirkaneessuun deebisuuf hojjechaa jirti jedhan Gorsaan Dhimmoota Dargaggoo fi Ispoortii Ministira Muummee obbo Qajeelaa Mardaasaan.

Obbo Qajeelaa Mardaasaan akka jedhanitti, hariiroon daldalaa Itiyoophiyaa fi naannawaa Galaana Diimaa gidduu jiru seenaa dheeraa kan qabu yoo ta’u, seenaa kanaan walqabatee gaaffiin Itiyoophiyaa karra galaanaa argachuuf kaaste bu’uura seeraa fi seenaa qaba.

Itiyoophiyaan Galaana Diimaa fi addunyaa alaa waliin hariiroo daldalaa fi walitti dhufeenya cimaa qabaachuu ishee yaadachiisaniiru.

Gaaffiin Itiyoophiyaa karra galaanaa argachuu ilaalchisee dhiyeessitu dhimma haaraa miti, hariiroon seenaa dheeraa Itiyoophiyaa fi naannawaa Galaana Diimaa gidduu ture, dhimma bu’uura seenaa tokkootti ilaalamuu akka danda’u eeraniiru.

Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuf seera idil addunyaa fi dippiloomaasii hordofuu itti fufsiisuuf karaaleen jiraachuu himaniiru.

Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ambaasaaddar Diinaa Muftii gamasaaniin, gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa seenaa qabeessa, lakkoofsa ummataa fi nageenyaa irra kan maddu dha jechuu isaanii ENA’n gabaaseera.

Itiyoophiyaan biyya ummata lakkoofsa olaanaa qabdu ta’uu ishee eeruun, diinagdee guddachaa dhufee fi fedhii daldalaarraa kan ka’ee gaaffiin abbummaa karra galaanaa barbaachiisaa ta’uu kaasaniiru.

01/09/2026

With Liibanii Dirree Booranaa – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

25/08/2026

Congratulations Badhatu Abdullah Diima Score 548🇪🇹
Barattoota hawaasa Horsiisee Bulaa Booranaa keessa qabxiin gaariittii gama shamaraatiin galmaa'ee jiraa.. Akka Naannoo Booranaatti ammoo dubartii qabxii guddoo fiduun record haaraa hojjate.
Congratulations Badhu 💐💐

25/08/2026

Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Barattoonni Oromiyaa Sadarkaa 1ffaa Biyyaalessaa Qabatan!

Bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ifoomeen, barattoonni manneen barnootaa bultii addaa Oromiyaa keessaa qoraman qabxii ajaa'ibsiisaa galmeessisuun sadarkaa duraa qabataniiru.

Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO) Adaamaa kan ta'e Barataa Jaalal Girmaa qabxii 591.6 fiduudhaan sadarkaa biyyaalessaatti tokkoffaa ta'eera.

Haaluma walfakkaatuun, damee Saayinsii Hawaasaatiin (Social Science) immoo, barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Ifa Boruu Dodolaa kan ta'e Barataa Saadaam Abdulaaziiz Umar qabxii 576.25 galmeessisuun guutummaa biyyattii keessaa sadarkaa 1ffaa irra taa'eera. Milkaa'inni guddaan barattoota kanaa ciminnaa fi qulqullina barnootaa manneen barnootaa bultii addaa keessa jiru ragaa kan ba'uu fi hawaasa mara kan boonse dha.

Baga gammadanii, baga gammanne!

Photos from Liibanii Dirree Booranaa's post 21/07/2026

Rabbiif jedhi yoo waan bira godhu dadhabdeelle maxxansaa kan Share nuuf godhi.

Rabbiif jedha obbolleessa keessan Galma Golliicha waan dandeettanin qarqaara. Galmii dhibi isa guyyaa guyyaan ittii dabaala deema jira. Kalee isa guyyaa guyyaan Dialyze godhu jiran wallaansa kanaaf qarshii humna isaati ol waan taheef uummati Oromoo ballaan biyyaa keessa fi biyyaa alaa jirtan cuftii keessan rabbiif jedha waan dandeettanin qarqaara 😭😭😭

Account; 1000-7803-02047
Maqaan; Haro, Garbole, Nadhi Taro Haadha warraa isati.

15/07/2026

╱◥██████◣
│∩│🌄▤│▤▤│
Suuraa Kana Kooppii gootee yoo comment Jala keesse bilbilli Kee originaliidha.

04/07/2026

Tilmaama/dhundhuma khiyya (100%). Isanilleen kheessan %n ...

Approach:
1. Peace and Security
2. Distance/center of Service

Telephone

Address

Oromia
Yabelo
BORENA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Liibanii Dirree Booranaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Yabelo.