Jemsi page
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jemsi page, Health/Beauty, Colombo.
As wr wb
Jiraa jirtuu
Hordoftoota
Shoshaaal middiyya
26/07/2025
Maashaa Allah
๐ขQabrii Haadha Ergamaa Rabbii ๏ทบ Aaminaa intala wahaab!!๐ฅฐ
โ๏ธ Qabriin haadha Rasuula Aaminaa intala wahaab haati Nabiyyii s a w umrii waggaa digdamii shan hin caalletti duute gaara ykn tabba gubbatti awwaalamte qabrii isii lolaa irraa ittisuuf jecha. Haati Aymaan: kottu yaa muhammed Awwaala haadhakee akkan qotuu na gargaari.jette Nabiyyiin ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
qotatee booya haati Aymaanis boochee fuula cufanii rasuula s a w qabrii haadha isaa laaluu hin barbaadu ture Haati Aymaan Qabrii keessa nagaha buusanii,biyyee itti naqanii,haati Aymaan harka nabiyyii,s.a,w qabanii deemuuf niyyatanii,osoo inni booyuu:haadha,ko haadha ko , Haadha koo dhiisnne hin deemnnu jedha ! haati Aymaan imimmaan isaa irraa kan ka'e ni boossi jecha daa'imni sun abbaa dhabee gara addunyaa dhufe haadha isaa dhabee yeroo lammaffaaf yatiima ta'e.garaa isii gube ๐ญ๐ญ
Waggaa shantamii shan booda, Nabiyyiin ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
, ifaa banaadhaan gara makkaatti deebiโan, sahaabonni kuma kudhaniin lakkaaโaman isaa waliin jiran ture Rasuulli sahabota irraa qobaa ba.aani qabrii haadha ilaaluu eegalan qabiri haadha isaa argee akka lolaan hin fuune sirresse booye dhiisu dinnaan Rasuulli Rabbii ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
Osoo inni gaddee booyuu Umar ibn Al-Khattab Rabbiin isarraa haa jaalatu, akkas jedhe: Yaa Rasuul Allah .. Allah .. Maaltu si boochise jedhee gaafate ? Qabriin isin ani qotuu na agartan qabrii haadha kiyyaaf haati Aymaan naa waliin awwaalte rabbii kiyya akka isii ziyaaruufin barbaade, kanaaf hayyama naaf godhe, anis rabbii kiyyarraa araarama barbaade, isiidhaaf araarama gaafachuuf, inni naaf hin kennine Eeyyama, kanaaf gara kutummaa ilmi haadha irraa fudhatu irraa na fageesse, kanaaf na boochise .๐ญ๐ญ.
Nabiyyiin ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
fi sahaabonni hundi hanga guyyaan guyyaa san caalaa booyan .
26/07/2025
Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin Amiiiiin
Si dhukkubsee Dhukkubaan sin aachisin,
Si dhoorkee dhabaan sin yaachisin.๐คฒ๐คฒ
Abbu summii@Jemsi page
Follow
Well come today
As wr wb akkami
Jiraa jirtuu
Mammadootaafi
Faaxinis
As wr wb akkami
Jallaan
Fn
Sallallahu ___Alleyhii ______Wassaallam _____Minutes ____Takkaf _____Salawaata ____Buusi,
Click here to claim your Sponsored Listing.