Teacher Aliyaa
amezing hand making declaration
30/11/2023
4 types of Happiness( Gammachuu)
✍️ Du'aaii godhachuu
✍️ Sabrii qabaachuu
✍️ Rabbiif Galataa Galchuu
✍️ Rabbitti Tawakkaluu
♡𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐐𝐢𝐲𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐒𝐡𝐚𝐟𝐚'𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐬𝐮𝐥𝐚𝐚ﷺ❤️ 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐛𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐒𝐚𝐥𝐰𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐮𝐬𝐢𝐢🖋️
29/11/2023
Tala Rabbiin isinii oolee yoo lakkooftan waliin gahuu hin dandeessan,dhugumatti Rabbiin Araramaa Rahmataa godhadhaa.
Suura An_nahl Ayaa (18)
Alhamdulillah ❤️
29/11/2023
Haatii ofii qaama hir'us osoo taate ,akkumaa feetes
Osoo jiraattee ilmoo isheetif adduniyaa tana irraatti namnii isaa caala bareduu namnii isii caalaa jalatamuu wan jiruu natti hin fakkaatu.
Sabaabnis aduniyaa of jaalattu tana keessatti ishee qofatuu ennu ol si jaalataa.
Gaarii kee Arguu fedha.
Ofif beelayaa si nyaachisa.
Ofiif dheebota si obaasaa .
Hadholii tenyaa tan jirtuuf Rabbiin umrii dheertu haa kennu .tan gandaa ahkiraa jirtuuf ilaahin haa araramuu Amiin💔😢
28/11/2023
Ana Yaadadhaa ,Anis Isiniin Yaadadhaa .
Galataas Naf Galchaa ,Natti hin kafarinaa.
Sura baqara ayaa (152)
Yaa warra Amantan ,Obsaa fi Salaataan Gargaarsa
Barbaada ,Dhugumatti Rabbin warra Obsaan Waliin jiraa. ...... sura baqra ayaa(153)
27/11/2023
An Afaanin waa sin jedhaa malee keessii koo hamtuu sif hin qabuu Afaan kiyyaa hin laalin.
Jechaa namotaa baay'etii.
Wan At keessa keetti yaaddu namnii beeku baatus Rabbiin ni beekaa. .......garuu beeki !!
Gaarii fi Hamtuun at keessa keetii qabduu jechuun shaanyii at golaa keessa qabduu jechuudha.
Kana jechuun koo, gaafaa syaanyii facaaftu isumaa golaa qabduu sana facaftaa .
""Kaa Arrabnii kee facaasus isumaa
keessa kee jiruu ""
Kanafuu hamtuu tee namarraa qabii Arrabaa keetin keeyrii facafadhuu.
Yaa Allah kan darbeef dhifamaa kan dhufuuf qajelummaa keen barbaada 🤲
Na qajelchii kara kee irratti🧎♀️
23/10/2023
Addunyaa kanarra yeroo takka qofa jiraatta. Asirraa dabrinaan lammata asirratti hin deebitu. Gaafa tokko biqiltuu jiruu irraa akka baala gogeetti harca'uun kee hin oolu.
Kanaafuu:
Yoo balleessite dogoggora kee fudhu.
Yoo nama miite dhiifama gaafadhu.
Yoo jaalatte baasii dubbadhu.
Osoo hin du'in badii kee asirraa qulqulleessi. Namni biroo sirraa bakka bu'u hin jiru.
Waan har'a hojjatuu qabdu boritti hin dabarsin. Borus hojii mataa isaa waan qabuuf.
Qalbii nama tokkos hin cabsin.
Haqa nama tokkos hin dabsin.
Daangaa kee tarkaanfattee jiruu nama tokkoo hin seenin.
Nama gaafa du'u uffataa fi kopheen isaa qofti irraa haftu osoo hin taane:
nama seenaa faana dhalootni irra deemu hojjatu tahi. Nama hundaan wajji amala gaariin jiraadhu. Namni amala gaariin asirratti urgaa'e: osoo dachee jala seenellee hin ajaa'u!
Nama wan dhagaheef dubbatutti hojjatu rabbin nuhaa godhuu Amiin🤲.
Jumma keeyri isiinif haa tahuu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Address
Mecca