Kabir zakir peace
Well come to
24/09/2021
AKKAM JIRTUU IJOLEE BIYYA KOO
SUBSCRIBE NAF GODHA MEE YOUTBE KOO PLEASE 🙏
https://youtube.com/channel/UC9BhYFO3sDsZRfWhzGOq3uw
21/08/2020
.
Ati Adda taatee kan uumamte hayyama(fadhii) rabbiitini kanafuu homaa wa takka osoo hin hiraarin jiraadhu.
Namoota fakkaachufi garagalchaa isaanii ta'uuf hin tattaafatin.
Eenyummaan kee kan hin mullatin xaliilli isaa kan ba'u Yeroo Ati ofitti amanuu, ofiin boonuu fi kabajaa ofiif kennuu egaltu sani.
Naannoo kee Namoonni beekamoon, gurguddaani fi Adda ta'an hanga fedhan jiraatanillee kennaan addaa kan keessa kee jiru hunda siif caala.
Namoonni Ati Adda jattee yaaddu kunneeen uumama isaanitin Adda ta'anii osoo hin ta'in iccitii kana Waan beekaniifi hojitti Waan hiikaniif qofa.
Atis bakka isaan irra gahan inumaahuuu isaani ol hojjechuu, isaani ol gumaachuu yoo barbaadde iccitii kanan siif hima..
👌of ta'i
👌kabajaa ofiif kenni
👌of jaaladhu
:-)
Better Tiens Better life
Better life Better Tiens
05/05/2020
The promotion, protection and restoration of mental health is of vital importance during the pandemic. This helps people maintain their capacity to follow public health advice & to care for themselves & others for the overall recovery of communities.
Daily Update⬇️
30/01/2020
18/01/2020
Add my pege
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Khartoum