ABBAA ABDII

ABBAA ABDII

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ABBAA ABDII, Health/Beauty, Atlanta, GA.

03/13/2025

Barataa iyyaala🤣🤣

Daaymand Bookee- New Ethiopian Oromo Music Cover 2024! 12/16/2024

https://youtu.be/HZUYHbCbWv4?si=uw9yxk2klSTSs7Rn

Daaymand Bookee- New Ethiopian Oromo Music Cover 2024! Hojiin koo kun Haaraya waan taheef Share share akkasumas yaada Keessan nuuf gumachuu hin dagatinaa!Yuutuba keenya kanas subscribe godhaa! ...

09/19/2024

Afro Dance!

06/12/2024

Seenaa gaddisiisaa
Gurbaan tokko hiriyyaa isaa waamee akkana jedhe:
Maallaqa na barbaachisa, haati koo dhukkubsattee qorichaaf qarshii hin qabu;
-Hiriyaan isaa akkas jedhee deebiseef: “Tole hiriyaa koo jaallatamaa halkan naaf bilbili” Innis Bilbila bilbilef garuu bilbilli cufame.
- Irra deddeebi'ee bilbiluuf yaale, hamma dadhabutti, hiriyyaa biraa kan isa gargaaruu danda'u barbaaduuf deeme, garuu nama tokkollee hin arganne..
Hiriyaa kana gaddisiisee mufachiise, yeroo baay'ee isa barbaachisutti isa dhiisee bilbila cufe
- Gara manaatti deebi'ee boorsaa qoricha qabu arge, naannoo barcuma haati isaa ciiftee turte.
-Akkana jedheen isaa kana eenyutu fide?
“Hiriyaan kee qoricha kana fide, yeroo muraasa dura gadi ba'e" jetteen Gurbaanis ni kolfee; imimmaan ija isaa keessaa dhangala'ee hiriyyaa isaa barbaaduuf ba'e, Yeroo hiriyyaa isaa argu eessa turte ,Bilbilli ke na dide jedhee gaafate? Hiriyaan sunis akkana jedheen: “bilbila koo gurgureen qoricha haadha keetiif bite” jedheen.
- Hiriyyummaan maal akka ta’e hubattee? Hiriyaan dhugaa gaafa hiriyaan isaa rakkatu harka isaa hin darbu!
Hiriyaan dhugaa obboleessa haadha adda ta'e irraa dhufedha
Rabbiin hiriyyoota gaarii nuuf haa kennu.

03/29/2024

www.youtube.com

03/23/2024

Arra na dhukkubaa jira du'aayii keessan na barbaachisa obboleeyyan koo!

Photos from ABBAA ABDII's post 11/27/2023

Please Shammaran akkana nama hin godhinaa
Taatee Nama gaddisiistu 💔😭
Namni asiratti gartan kun ja'ama lammii kooriyaati Jalallee isaa balaa ibiddaa Mudate Jalaa baraaruuf je'ee akkana tahe Akka carraa tahee isiis ni baraare Garuu waan nama gaddisiisu Jaalalleen isaa tan inni akkas taheef san erga inni baredina saa dhabe Isa dhiistee biraa deemte😭

07/16/2023

Seenaa Intala qaro-dhabeettii (Jaamaa) 😎
===============================
Intala qaro-dhabeettii (jaamaa) sababa jaamummaa isheetiif of jibbitee tokkotu turte. Jaalallee ishee kan baay'ee jaalattu malee nama hunda jibbitee turte. Hiriyaa jaalalaa ishee kanaan akkas jette "yoon addunyaa tana arguu danda'e qofa sitti heeruma" jetti ture.

Guyyaa tokko namni ta'e agartuu kenneefi. Aduunyaa kana jaalallee ishee dabalatee arguu dandeesse. Hiriyaan ishee akkas jedhee gaafate "kunoo addunyaa arguu dandeessee jirta, amma hoo natti heerumuu dandeessaa?" jedheen.

Intalli gaafa jaalallee ishee kana ilaaltu qaro-dhabeessa (jaamaa) tahuu isaa argite. Qaroon ishee banamee arguun naasuu cimaa isheetti fide. Waan takkaa isheen hin eegne waan ta'eefis hedduu rifatte. Jireenya ishee fuula duraa nama jaamaa waliin jiraachuu yoo yaaddu dukkana itti ta'e, lakki jettees diduu filatte.

Jaalalleen ishee kunis imimmaaniin ishee geggeesse. Dhaamsa akkas jedhus barreesseef "agartuuwwan kee kanaaf sirritti of eeggadhu, kunuunsi. Isaan otoo kan kee hin ta'iin dura kan kiyya turan" jedheen 😓

Kun akkataa sammuun keenya gaafa haalli keenya jijjiiramu ittiin yaaduu dha.

Gaafa haalli keenya ulfaataan darbu maal keessa akka turree fi eenyu haala sana keessatti akka nu waliin ture kan yaadatu nama muraasa. Galatoomaa akka irraa barattan abdiin qaba. Natti Tollaanin Maxxanse yoo sitti tole Godhii Hiriyoota keef Qoodi.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Atlanta?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Culinary Team

Attire

Website

Address

Atlanta, GA