Dirqama keenya
Hojiin bu'uurri karooraan jalqabame galma inuma gaha
Hedduutu waan ja'e hanqate
Adulaal
Diina ummata Ethiopia ti inni jedhamu isa parti pp gane moo isa dhugaa itoopiyaanoota ganeedha
Helloo
Warra baranaa kan bara hedduu nu haa godhu Eid Mubarak
Sin danda'an jechaa ooluu qofa taate wacni π
Manaamni baroota as aanaa kana keessa fira keetillee tahuu dide maali namni akkana garaa muratee jireenya manaamaafi biyya manaamaa hawwuun kun mallattoo qiyaamaatii dhiiroo π€
02/06/2025
Durriyyeefi milishaan miidiyaa mootummaa barruu Facebook tiif sniperiin nama doorsisuufi ajjeessu mootummaa badhaadhinaa wajjiin fuuldurri keenya ifa jatti eenyuu dukkana ja'een?
Mootummaa barruu kitaabaatiif Facebook sodaatuutu hulaa galaanaa naa fida ja'e sa'a takkaaf hin abjoonne hin abjoodhulle
02/06/2025
Warri kaleessa β Yoo Duune Hacee bira; Yoo Hidhamne Jawar Mohammed bira deemna β jedhee nu sakkasaa ture Kondoominiyeemii abbaa ciisicha takkaatiin jijjiiramee Koondoomii Sirnichaa taβe.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Contact the business
Telephone
Website
Address
Sanaa