Gabaa milkii Odaa

Gabaa milkii Odaa

Share

HAQAAN JIRAADHU, HAQAAF JIRAADHU

20/12/2025

Your Health

20/12/2025

"Qabeenya SAMMUU gara Qabeenya MAALLAQAATTI Jijjiiri"

"Qabeenya sammuu gara qabeenya maallaqaatti jijjiiru jechuun, yaada, dandeettii, beekumsa fi abjuu sammuu keessa jiru hojii irra oolchuun bu’aa maallaqaa argamsiisuu jechuu dha."
Namni tokko qabeenya maallaqaa waan harka hin qabneef osoo hin taane, sammuu isaa hojii irra oolchuu dhabuudhaan rakkata. Sammuun namaa bakka bu’aa qabeenya barbaadamu hundaa dha. Yaada haaraa, furmaata kennu, rakkoo keessaa carraa baasu, hojii uumuu fi daldala jalqabu , hundi isaanii sammuu irraa ka’uu. Kanaafuu, qabeenya sammuu keetiin fayyadamuu dadhabuu kee osoo hin taane, qabeenya keetiin hojii bu’aa qabu hojjachuu dadhabuun kufaatii daldalaa fi jireenyaa ta’a.
Namni sammuu isaa irratti hojjachuu fi fooyyessuu danda’u, qabeenya isaa of keessaa horatee, gara qabeenya maallaqaatti jijjiiruu danda’a. Kanaafuu, abjuu qabdu, yaada qabdu, fedhii qabdu hundi isaanii bu’aa guddaa siif fiduu danda’u, yoo hojii irra oolchite.
🔑 Yaada Ijoo:
Sammuun bu’uura qabeenyaa fi hojii ti.
Maallaqni dhufuun dura, sammuu keetiin hojjedhu
Yaada kee hojiitti jijjiirii hojii kee maallaqatti jijjiiri.
Of amani, of leenjisi, obsii hojjadhu.
✓Dandeettiin sammuu namaa dhokataadha. Yommuu ittiin hojjetan ba'ee mul'ata. Ittiin hin hojjenne taanaan garuu dadhabaa fakkaata.
Sammuu ofii hojjechiisuun dandeettii horachiisuu utuu hin taane, dandeettii sammuu sanaa hojiitti hiiksisuudha.
✓ sammuun keenyaa yoo leenji'ee fi wantoota adda Addaa yoo dubbisee of gaabbisa deema ykn Qarooma deema. Sammuun yeroo yerootti nyaata isaaf ta'uu argachuu qaba. Kanaa yoo ta'uu baate dandeettiin isa Gadii bu'aa deema.

🎯 Xumura irratti miilkaa’inni jireenya fi daldalli bu’uura sammuu irratti hundaa’a. Maallaqa barbaadu dura sammuu kee hojjachiisi. Sammuun siif lafa qopheessa, hojii uuma, carraa bana, fi maallaqa sitti fida. Kanaafuu, abjuu kee hin dhorkin, yaada kee hojiitti jijjiiri ,hojii kee gara maallaqa jijjiiri.

16/12/2025

If you are depressed, you are often living in the past, replaying old memories, mistakes, regrets, and moments you wish had turned out differently. You’re carrying yesterday’s pain into today, even though those moments are already gone.

If you are anxious, you are living in the future, imagining worst-case scenarios, stressing over things that haven’t happened yet, and trying to control outcomes that are still unknown. Your mind races ahead, stealing your peace before tomorrow even arrives.

But when you are truly at peace, you are living in the present.
Right here.
Right now.
Breathing. Aware. Grounded.

The present moment is the only place where life actually exists. The past cannot be changed, and the future is never guaranteed. All you ever really have is this moment, and this moment is enough.

Peace doesn’t mean your life is perfect. It means you’ve learned to stop fighting reality, to stop punishing yourself for what’s already happened, and to stop fearing what may never come. It means accepting where you are, while trusting that you’ll handle whatever comes next when the time arrives.

Slow down.
Take a deep breath.
Let go of what you can’t control.
Focus on what you can feel, see, and appreciate right now.

Healing happens when you stop living everywhere else and finally come home to the present. 🌿

Photos from Addisu Arega Kitessa's post 15/12/2025
15/12/2025

Have you heard about the 4 levels of strategy?

Corporate, Business, Functional, and Operational.

Every leader should understand these for business success.

The complexity of strategy can vary based on the business, but core principles apply universally:

Whether you're leading a global corporation or a startup.

Here’s a quick breakdown:

Corporate-Level Strategy:

➟ Crafted by top executives to guide the organization.
➟ Sets the long-term vision (3-5 years) for the business.
➟ Defines the company’s overall direction and business scope.

Business-Level Strategy:

➟ Focuses on the goals of individual business units.
➟ Involves decisions like differentiation or cost leadership.
➟ Aims to create a competitive advantage in specific markets.

Functional-Level Strategy:

➟ Aligns with broader business objectives.
➟ Focuses on specific departments like marketing or HR.
➟ Addresses departmental challenges and identifies opportunities.

Operational-Level Strategy:

➟ Converts plans into actionable results.
➟ Ensures smooth, efficient daily operations.
➟ Manages short-term goals and resource allocation.

A strategy alone won’t guarantee success:

But it is the foundation for achieving it.

To succeed, you must understand and prioritize each of these levels.

P.S. Are you giving enough attention to each level of strategy?

Р.С: Igor Buinevici, FolIοw Igor Buinevici for more content like this

Have you heard about the 4 levels of strategy? 👇

15/12/2025

KNOW Your Pregnant

15/12/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kedir Chacho, Teketel Elias

02/11/2025

Big shout out to my newest top fans! Jemal Suleman Adem

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Cairo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Cairo