OMN Shimbiraa kuree
Anas
As wr wb
15/07/2022
Warri ummata keenya galaafachuurratti wal ijaaree bobbaa’aa jiru eda halkan shek Hajjii ibraahim tuufaa galagachuuf mana isaa cabsanii seenanii utuu hin milkaa’in Rabbi isaan hambiseera dubbiin garam akka deemamaa jiru…….:::ihi’i
Jirtuu jiraa Eesaa jirtuu finfinee jiraa jedhaa
06/07/2022
Muslimoota Wallaggaatti dhibba hedduun dheengadda Qeellamitti ajjeefaman salaata janaazaa irratti salaatan agarsiisa footoon.
Ummata nagayaa miskiinoota lafarraa fixan. Kan arra salaata janaazaa salaatan boru jiraachuuf wabii hin qaban. Mootummaa hin qaban, fira isaaniif haqaan falmu hin qaban. Dhiiga isaaniitiin hunduu daldaluu fedha.
Rabbii rahmata haa godhuuf warra dhume. Warra hafe Rabbiin ajjeechaa biraa jalaa najaa isaan haa baasu. Warra isaan fixe Rabbi isaan haa fixu!
WBO
Add oro tiyaa amumaa
Jirtu
As wr wb jirtu jiraa jedha me
Category
Telephone
Website
Address
Adama
Opening Hours
| Monday | 09:00 - 17:00 |
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when OMN Shimbiraa kuree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.