Firii Sulten
muba king
24/11/2023
https://facebook.com/groups/231216933188240/Today,s Best photo
🧡❤️💚💙💛💜
Dawit Fayee
24/11/2023
💚💚💚💚💚💚💚💚Today Best Photos🎁
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ❤️❤️
❤💚❤❤💚❤💚❤💚❤
🕌🕌🕋🕋🕌🕌🕋🕋🕌
Actres # jamilanagudu with and also known as in movie📽📺👈
16/06/2023
MoneyEasily - Play With Friends and Get Paid Millions of people trust MoneyEasily who play games, complete tasks, share their opinions in exchange for rewards. Be social and make money online with MoneyEasily.
20/05/2023
Baalee tiyya maaluma sif taha re
Sila nama akkana dhabu miti hin dhabana jenne yanne hin beknu kessatu
- ABDI BAALEE fi kk fakkatan ummata ko rabbi obsa isinif ha kennu
17/05/2023
17/05/2023
“Yoo ofitti amante, yoo xiiqii qabaatte bakka yaadde ni geessa”
- Dr waggaa 3 dura “Applied Mathematics”dhaan Yuunivarsiitii Hawaasaarraa PhD fudhatte! Barnoota PhD walakkaasaa biyya Denmark’tti baratte!
- PhD erga xumurtee booda nan dadhabe, na ga’e jettee hin dhaabne. Utuu afuura baafattee boqonnaallee hin fudhatiin gara USA deemtee, yuunivarsiitii South Dakotatti barnoota digrii kan biraa jalqabde. Dheengadda digrii 4ffaa xumurtee eebbifamte!
- Bakka itti baratte hundatti qabxii olaanaa fiddee, badhaasa addaa addaa fudhattee jirti!
Barnoonni herregaa baay’ee keenyaaf ulfaataadha! Sanaan sadarkaa PhD ga’uun xiiqii guddaa gaafata! Dr Eebbiseen jalqaba herregayyuu hin filanne. Erga Yuunivarsiitii Haramayaa seentee carraan herrega ishee ga’e!
Murteeffattee itti jabaatte! Rakkinaafi dhiibbaa addaa addaa mo’attee sadarkaa kana geesse. Kun shamarran keenyaaf fakkeenya guddaadha!
“Galma ga’umsi keenya bareedinaan, qabeenyaafi dubartummaadhaan hin murtaa’u. Kaayyoo qabaannaan, cimnee hojjennaan bakka yaadne ni geenya” jetti Dr Eebbiseen!
Dr Eebbisee Addunyaa Abdii, baga gammadde! We are so proud of you and your achievements!
16/05/2023
Olsiha fuudhu jedhani me mucaa hiriyya koti kana
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
GBB
Adama
17/05/2023