Waan ofii

Waan ofii

Share

Tokkuummaan yoo jiraatee wal duraa duba deemun wal nama shaakisiisuu.

03/09/2022
23/08/2022

Dhuugaa jiruu yoo dubbatanii bakkaa Dhuugaa yoo dhaqaan bakki deemtu suun milkii isaa dhuugaati.

18/08/2022

Fulduuraatii deemuu yoo barbaadee

16/08/2022

Sobnii dhuugaa hin kutuu ni qalliisaa malee. Fkn imalaa paartiin badhaadhinaa dhuugaa batee soba guddaa aduunyaa diige wan ta'eef dhuugaan yoo hojeetaan akkaanatii milkaa'u

27/07/2022

Oromo Democratic the first and gada system was my favourite of all democratic

13/07/2022

Tokkoo yaa taanu biyyaa saba fi sablaammiin tokkuummaan ittii jiraatu ijaara jirraa kaan samii jiruus tokkichii garaa garbaa isaaf nuu uumee waan ta'eef kanaa kaan duubatii deebisuu hin jiruu wan ta'eef enyuumtuu hin dhaabu jijiiramaa daandii badhaadhinaa biyyaa kanaatii himaadhaa.

07/07/2022

Goota qabsoo fi Goota misoomaatii jarrii oboolawaa dirqaamaan diina waalitii gochuuf warrii hoololaa faacasaa jirtaan abaaddaan isiinif hin milkaa'u warrii warraa imaana sabaa fi sablaammii galmaan gahuuf ka'aan wan ta'eef enyuumtuu hin dhaabu. Warraa waaqaa waalin ta'uun ummaataa ofiitif jooran ta'uu isaani humdii keesaanuu huubadhaa.

11/06/2022

Waal duraa duba deemun mallaatoo tokkuummaati. Kan duuba kee jiruu yoo firaa kee ta'uu amaantee fulduura kee qofa ilaali. Ittii gaafataamummaa duuka kee deemu sirraa jiraa wan ta'eef kan fulduura jiruu situu tarkaafataa deemaa jiraa yoo atii gufatee sii waalin gufaata wan ta'eef,kaan dubaa dhufu namnii kee nii argaa yoo hin galeef sii gafaata atuu ittii himtaa wan ta'eef kaan kee fulduura Raabbiinuu jiraa yoo tokkomnee inii tokkichii garaa garbaa humnaa tokkomee wal amanee jiraatuuf karaa wan ta'eef bagaa Raabbiin isiin tokkoomsee

01/06/2022

Of beekuu fi wal beekuun nama kamiiyuu iraa kaan addaa nama tasiisuu isaa tokkoo

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Adama