Jabaa tube
Jabaa tube leki followis godhaa wan gari argatu
12/07/2022
01/06/2022
.
Amala dhiiraa Dubartiin Jaalattu
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
➲ Dubartoonni uummama isaanitiin dhiira jabaa isaanii ol ta'ee isaan hogganuu danda'u fedhu. Dhiira barbaaddamummaa qabu barbaadu. Akka ati waay'eshee qofa buustee baastee jireenya mataa kee dagattu hin barbaadan.
➲ Dubartoonni hamma dhiiraa dandeettii waa murteessuu fi ofitti amanummaa hin qaban. Kanaaf jedhanii dhiira isaan utubee jireenya isaanii bareessu baay'ee barbaadu. Kanaafuu atuu isaanii gadi laafaa taanan filannoo biraa barbaaddatu.
➲ Ati jireenya mataa keetii mijeeffachaa, ishii waliin jiraachuu akka barbaaddu fi jaalattu, kanaaf ammoo miiltoo jireenyaa akka siif taatu itti himi.
➲ Baay'ee jaalalli ishee yoo sitti cimellee ishee biratti nama jaalalaan miidhame of hin fakkeessin. Nama karooraan deemu ta'i. Dadhabbinakee ofirratti hin beeksisin. Kennaa adda addaa fi sossobaa akkasumas dhiifama gaafachuu itti hin heddummeessin ykn sirumaa dhiisi.
➲ Yoo ofiif balleessite ta'e dhiifama gaafachuu dandeessa. Kan isheen balleessiteef garuu kadhaa fi sossabaan tokko hin barbaachisu. Akka ati ishee jaalattu erga beektee, deemtee deemtee allaattii reenfi lafa isa jedhan san, ni deebiti. Garuu bilbilaa fi miiseejii itti hin baayisin.
➲ Amalli shammarranii amala adurreetin tokko, yoo ati ariite si jalaa baqatti, yoo ati gattee sokkite si hordoftee dhufti. Kanaafuu madaala kee olkaasuu hin dagatin. Iddoo kamittuu waan ishiin jettu qofan guuta jettee hin yaadin. Gaaf tokko tokko gammachiisi malee ishuma gammachiisuuf yeroo mara hin dadhabin.
➲ Dubartiidhaf jaalalli irra caalli isaa hinaaffadha. Hawwii fi kajeelladhaan umurii ishii fixxi. Kanaaf halkanii guyyaa hawwisiisuu, hinaafsisuun si biraa hafuu hin qabu. Dubartiin ani simalee yoo jetteen of tuuluu barbaadu waan ta'eef carraa babal'aa baay'een akka jiru ishuma fuundura deddeemii itti agarsiisi.
━━━━━━⊱✿⊰━━━━━━
Telegram ➠ https://t.me/joinchat/UuDjiFuxOX56CFcM
01/06/2022
Dubartoonni walqunnamtii saalaa akkamii barbaadu
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
➲ Walqunnamtiin saalaa yeroo baay'ee akka dhiironni barbaadanitti malee akka dubartoonni fedhanitti hin raawwatamu. Garuu dubartiinis walqunnamtii saalaa bareedaa raawwattee gammaduu barbaaddi. Dhiirri kana hubachuufii dadhabee dubartoonni jireenya walqunnamtii saalatti gammadoo hin taane heeddudha. Kanaaf dhiironni waan akkanaa irratti of eeggachuun murteessadha.
➲ Sardamuu dhiisuu. Ariifachuu hin barbaachisu. Qaamni saalaa dhiiraa osoo sekondii shan hin guunne dhaabbachuu danda'a. Kan dubartoota garuu yeroo xiqqoo ni gaafata. Kanaaf waanuma qaamni kee sitti dhaabbate qofaaf ishiitti seensiisuu hin qabdu. Fedhiin kee yoo si muddaa jiraateyyuu obsa godhachuudhan akka miirri ishiis ho'u gochuu qabda. Osoo itti hin seensifne qaama saalaa keetin kan ishiitin rurrukuti. Irra foqoqsi. Gubbumatti seensisii keessaa baasi. Yoomuma natti seensisa laata jettee akka ishiin hawwiin eegdu godhi.
➲ Fi*****ng : Dubartiin jalqaba quba sirritti barbaaddi. Kanaaf harka qulqulluu, qeensa qoratameen qaama saalaa ishii qubaan kakaasuun hafuu hin qabdu. Qinxirii ishii sukkumuu. Quba kee osoo itti hin seensifne afaan qaama saalaa ishii irra walii gadi deddeebisi. Baay'uma osoo itti hin seensifne gubbamutti tuttuquudha. Kaayyon kee qubaan raawwachuf osoo hin taane yeroo qaama saalatiin raawwachuu deemtuuf fedhiin ishii akka dafee dhufuufi.
➲ Humnaan raawwachuu : Dubartiin walqunnamtii saalaa humna of keessaa qabu ni jaalaatti. Humnaan raawwachuu jechuun immoo fedhii ishii malee dirqisiisuu jechuu miti. Fuula keessa suuta kabaluu. Duuban gaafa raawwattu hudduu ishii xiqqeessanii rurrukutuudha. Dabbasaa ishii dubatti harkisuu. Suuta morma hudhaa raawwachuun dubartii heedduu gammachiisa.
➲ Sagalee akka dhageessiftu barbaaddi. Yeroo raawwatamu akkuma dhiirri sagalee ishii dhaga'uu barbaadu dubartiinis sagalee dhiiraa dhaga'uu barbaaddi. Kanaaf akka ishiin haasoftu yoo barbaadde atis sagalee ishii dhageessiisi. Akkattan ani har'a si waliin raawwadhu osoo agartee, Damma koo heedduu mi'oofta, ati giiftii walqunnamtii saalati jechuunii. Xummurarratti mi'ooftuu koo ani xummuuruufani ati eessa geesse jechuunin murteessadha.
━━━━━━⊱✿⊰━━━━━━
Telegram ➠ https://t.me/joinchat/UuDjiFuxOX56CFcM
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Address
Kara
Adama
NANA