Abuu Maahir

Abuu Maahir

Share

حج وحاجات فاعل الخيرات

27/11/2023

♡♡♡♡♡♡♡♡
Mucattiin kuni godina Baalee aanaa Agaarfaa tii baddee maatiin torbee tokkoo oliif barbaadaa jiru waa aartee waan baateef nuuf barbaadaa maqaan isii guutuun Shaamuu Muhammad jedhamti keessaanuu warri naannoo Roobee akkasuma Alii Kajawaa akkasuma Baalee Agaarfaa jirtan lak ka nuuf bilbilaa 《+251954658033》 tii nuuf eera baarakallahu fiikum.

mucattiin kun waan garaa nama nyaatu
abbaas hin qabdu haati isii baayyee yaaddoo keessa galtee jirti rabbiin haa mullisu jedhaatii Du'aa'ii godhaafii.

05/11/2023

Dorgommii ijoollee madrsaa keenyaa

04/11/2023

Video kana ilaaltee bira hin kutin sheer godhi ijoollee yatiimaa

Photos from Abuu Maahir's post 28/10/2023

Mee yaa ummata qaalii nama kana vidio
isaa torbee darbe maxxansee ture namni
hunduu ahh jedhee like godhee darbe nama akka malee rakkate dhukkubsatee waggaa lamaa ol ciisaa ture qaamni isaa irratti du'ee jira kanaaf gargaarsa isinirraa fedha.

mee nallee hin tuffatinaatii namicha kana naaf gammachiisaa vidio kana
naaf maxxansaa jedhee natti boohe
wallaahi waan godhuuf dhabee gara keessan fide waan jettan jedhaa,
accountii isaanii 《1000368189441》
Bayaan Dasoo ogatoo jedha kanarratti waa darbaafii rabbiif jecha.

Phege kanas follow godhaa dhamasa keenya.

24/10/2023

Baga nagahaan isiniif bari'e nagahaan rabbiin rabbiin isin haa oolchu.

23/10/2023

Alhamdulillaah galanni kan rabbiiti.

21/10/2023

Nashida mi'aawaa kana afeeramaa.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Adama