Kutaa Magaala Calalaqaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kutaa Magaala Calalaqaa, Health/Beauty, Bishoftu, Adama.
06/04/2024
Magaalaa Bishooftuu Kutaa magaalaa Calalaqaa Sagantaa Ifxaara gaggeesse.
Bitootessa 27/2016
Sagantichi mata duree 'tokkummaan keenya cimina keenya' jedhuun kan gaggeefame yoo ta'u,hordoftootni amantaalee adda addaa Kutaa Magaalichaa qopheessitootaa fi abbaa sagantichaa ta'uudhaan waliin jireenya obboloota isaanii hordoftoota amantaa Islaamaa daran cimsuufi jedhame.
Bulchaan kutaa MagaalaaCalalaqaa Aadde Achammellesh Axinaafuu haasawaa baniinsaa taasisaniin sagantaa kun sagantaa obbolummaa fi sagantaa jaalalaa waliif qabnu mul'isuuf taasifameedhaa jedhu.Kana malees jedhu Aadde Achammellesh sagantaan kun obbolummaa keenya kaleessaa cimsuu fi tokkummaan biyyaa keenyaa keessaatti akka daraaruu taasiisuu caalaa biyyaa diinagdee fi siyaasaan cimte ijaaruu keessatti gahee olaanaa qaba jedhan.
Itti aantuu kantiibaa fi itti gaafatamtuun Damee Tajaajilaa Bul.magaalaa Bishooftuu aadde Zaaraa Kadiir gama isaanitiin biyya sabaa fi sablamoota heedduu qabduu fi amantaaleen garagaraa waldanda'uudhaan keessaa jiraataniidha jedhu.Kana malees jedhu heeddumiini keenya humnaa fi miidhaginaa keenyaa, baay'inni keenya immoo humna keenya waan ta'eef amaantaalee biyyaa keenyaa waliin tokkummaan jirachuun barbaachiisaa akka ta'e dubbatu.
Waajjira paartii badhaadhina Magaalaa Bishooftuutti Itti gaafatamaan Ijaarsaa Obbo Qaasim Aansee akka jedhanitti qaama saganticha qopheesse galateeffachuun Paartiin keenyaas paartii sabdaneesaummaa obbolleeasummaatti amanuudha waan ta'eef amantaaleen osoo wal hin qoodiin hariiroo obbolummaa cimsuuf sagantaa akkanaa qopheessuun waliin kabajuun tokkummaa biyya keenyaa daraan kan cimsuudha kan jedhan obbo Qaasim dhaloota boruuf fakkeenyaa gaarii ta'aa deemuun gaariidha jedhu.Jiini ramadaanaas ji'a jalaalaa fi ji'a obbolummaatti waan ta'eef kan qabu kan hin qabneef waan qabuun cinaa dhaabachuu qabna jeshan.
Sagantaa kana sababeeffachuudhaan namoota harka qalleeyyiif deeggarsa Zayitaa nyaataa , Daakuu, paastaa, Killee fi Qarshii 1000 m
18/03/2024
Kutaa magaalaa calalaqaatti pirojektoota haraa hojjetamaanii eebbaaf qophaa'e dargaggootaaf hojii dhabeeyyii magaalaa Bishooftuu carraa gaarii akka ta'e hoji gaggeessan Mana qopheessaa kutaa magaalaa Calalaqaa Obbo Abdullaxiif Saanoo himan.
Fayyadamummaa uummataaf yeroo hunda ni hojjenna bu'aa isaa immoo uummanni keenya dhandhamanii jiru.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Bishoftu
Adama