Baashaa ilma sabaa

Baashaa ilma sabaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Baashaa ilma sabaa, Health/Beauty, Muktar mt, Addis Ababa.

01/08/2022

💔💓💜💚💛💜💜💙❤
Jiruudhan fagaadhe
Yaa bareedduu gooyii
Imimmaan jaalalaa
Nyaq nyaq ji'ii booyi

Karaa silkii gubbaa
Ol ilaallan warjii
Mana keeysan fuullee
Hulaan durri banji
Laga guuttee yaafti
Imimmaan too iji

Lagni baddeesadha
Ayaa ganna malee
Bona xap hin ju'uu
Abadan Nan gafin
An hangan si arguu
Abadan duuti dhuftuu
Wixxifadheen du'u

Raaree balloo keeysa dabreen
Waraqata argaa
Kaleef tiruun hanqateeti
Lapheen Koo si margaa
Fudheetin siin galadhaa
Koottuu narraa baasi dhangaa
Yaa bareedduu harargee
Lootii mirma halangaa
Dhungoon kee madaalawaa
Gatiin qabu hangaa
Siitu maqaa qaba
Yoon sijaalles Baga

Odaa roobaa gehee
Kudha sadii ol ilaallaan
Bareedduu takkarraa
Onneen tiyya naa bilbillaan
Itti himachus sodaadhe
Boraafadhe gale illaan

Yaa bareedduu horaa
Burqaa caalii sooraa
Qalloo abbaa booraa
Diimtuu onnee sooraa
Eenyuyuu caala onnen Koo
Ifiinuu siin kooraa
Natti feetee jirta hinoo
An JAALALA keen kooraa
Koottuu beeluu na baasi
Nattin kaasini coggaarraa Barreessaan BashaashBashaasha NamaaBashaasha Namaa

27/07/2022

!

~
Mee maal narraa feeta
Waan onnee keef ta'uu
Mee maaluma jedhee
An sirraa dharraa ba'uu
~
Jaalala keen waadameenii
Halkaan boqonnaa dhabaa
Gaafan waa'ee kee yaaduu
Onneenkoo dhiigu jalqabaa
~
Waanan jaalala keef ta'ee
Jechuma akkamiitu ibsaa
Mee maaluma dubbadhen
Onnee jaalalaa kee cibsaa
~
Suuraan kee halkaan dhufee
Onnee kootti waraana labsaa
Yaaduunsaan jaalala keetii silaa
Baataa sammuu kootii cabsaa..
~
Ammaan yoon maal godheen
Jaalaluma kee kana gadhiisaa
Yoomumaan akka namaa anii
Boqodhee halkaan nagaa ciisaa.
~
Guyyaa hojii keessa ooleen
Galgala ciiseen si yaadaa
Akka nama dhukkubsateen
Sireerra dugdaan galeen aadaa!
~
Qalbii na keessaa fuutee
Qullaa koo na dhaabdee
Koorichaa tokko malee
"Xaxxarabii" na yaabdee
~
Ergan jaalala keen qabame
Aniis murtii koon wallaalee
Waanan godhu dhadhabeen
Dhaabbadheen si ilaalee..
~
Yoo jaalala koo hubatteef
Maaf onneekoo eelchitaa
Dubbannaa arraba keetiin
Afaan tokkon na qajeelchitaa
~
Kanuma waan cimaa gootee
Maqaa Waaqaa sagal dhooftaa
Onnee koo banee siif laannaan
Hundumaa itti naqxee hooftaa.!
~
Akkuma nama dhugaa qabuu
Dubbannaa sobaa falfaltaa
Yoon dhugaa koo sitti himee
Cubbuukoo ni kaffaltaa..!
~

Walaloo kenyaa argachuuf

Chanela kana hordofaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇
Bashaasha Namaa Bashaasha BashaashBashaasha NamaaBashaasha Namaa!

05/07/2022
14/06/2022

Tokkummaa,oromummaa=oromiyaa

08/10/2021

ፍቅር የሻኒፈለ በፍቅር ሁሉሞ ነገር በፍቅር

27/08/2021

Page Koo kan naaf godhaa hiriyaa keessan biraan naaf gaha

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Muktar Mt
Addis Ababa