Habtamu keba

Habtamu keba

Share

Tokkummaa

30/01/2023
29/01/2023

“Yaawu Zaranyaadha naan jedhu, akkuma duratti jedhan sana. Maqaa tokko dhiisii lama, sadii, afurillee haa baasan. Ani kanaaf waanan sodaadhu hin qabu! Kun waan nama sodaachisus miti. Nuti ni sodaachisna malee hin sodaannu! Of ta’aa! Namni of hin taane biyyaafis, firaafis ollaafis hin ta’u! Nuti ijoolleen keenya afaansheetiin haa barattu, amantaan haa babal’atu jenne. Isaanimmoo lafaafi qabeenyaa dhabna jedhanii dhiphatu malee waan biraa miti!”

(Abbaa Saawiroos)

Kutannoo!

20/01/2023

Yeroo Tokko Tokko Rakkate Dhibbamtes Offiti Gammadaa .Kaaniis Of Hin Beekne Dabaaqula Dhoosuun Ijibbaataa itti Fakkata .Uffee Bagaa .
Kitaabni “ከራስ በላይ” jedhu; kan mucaan, mucaa Balaay Zallaqaa Qilxuu, Biiniyaam Hayilemaariyaam barreesse Afaan Oromootti hiikamee, Amajji 15/2015 Hoteela Sharaatenitti eebbifama. Biiniyaam Hacaaluu bira deemee, seenaa akaakayyuukoo maxxansuuf maallaqan dhabe jechuun, deeggarsa gaafate. Hacaaluunis kuma 50 gumaacheef. Innis, Waadaa Hacaaluu eegee, Kitaabicha maxxansiisee abbaa Hacaaluu, Obbo Hundeessaa Boonsaaf kennaa taasiseera.

03/01/2023

ሀገርን ማገልገል ዕድል፣ ተልዕኮን መፈጸም ደግሞ ድል ነው። የአገልግሎት ዘመናቸውን ያጠናቀቁ አምባሳደሮቻችንን #ኢትዮጵያ ታመሰግናቸዋለች። እኔም በዓለም መድረክ ላይ ሳይቆጠቡ ላሳዩት ውክልና ምስጋናዬን አቀርባለሁ።

Biyya tajaajiluun carraa, ergama raawwachuun immoo injifannoodha. Ambaasaaddaroota keenya bara tajaajilasaanii xumuran nigalateeffatti. Anis bakka bu'insa utuu of hin qusatiin waltajjii addunyaarratti argisiisaniif nan galateeffadha.

To serve one’s nation so admirably is an honour. I would like to express my gratitude to our Ambassadors’ that have completed their terms, for their unreserved representation of on the world stage.

Photos from Habtamu keba's post 31/12/2022

tokko haataanu

⛔Qomoo qoma koo koottu
Gadi teenyee mari'annaa
Kan qabnu jabeefanneetu
Kan dhabne adda baafannaa
Rakkoo qabnu mari'annee
Ilaaf ilaameen wal hubannaa
Saba wal dhagahetu milkaa'aa
Nuti amma yoomi gubannaa??

⛔Dubbii walii hin dhageenyuum
Arrabsoof lafaa kaana utaallee
Walii keenyatti amma quba qabnu
Maal ta'a qawwaa walii yoo cuqqaallee?
Maaliif wal saaxilla alagaa jidduutti
Maaliif wal hin gorfannuu teenyee?
Jecha alagaan nun jedhuu baatnee
Walii keenyaaf maaf hin dandeenyee?

31/12/2022

ኢትዮጵያ የየወቅቱን ፈተናዎች በመቋቋም የብሩህ ዘመን ጉዞዋን ቀጥላለች ።
በዜጎቿ ህብረት፣ፅናትና ትጋት ዘላቂ ሠላሟን በማረጋገጥ፣ ፀጋዎቿን እና እምቅ አቅሞቿን በማልማት ከራሷ ተርፋ ለሌሎች አጋዥ የምትሆንበት አዲስ ምዕራፍ እዉን እንዲሆን ኢትዮጵያ እየተጋች ትገኛለች ።
ኢትዮጵያ ሠላሟን ዘላቂ ለማድረግ የምታደርገዉ ጥረት አስተማማኝ ዉጤት ያመጣ ዘንድ ደግሞ ሁሉም የበኩሉን ሊያበረክት ይገባዋል ።
ዘላቂ ሠላምን እያረጋገጥን ፤ በእጆቻችንና በደጆቻችን የሚገኙ ዘርፈ ብዙ ፀጋዎችን እና እምቅ አቅሞችን በማልማት ለኢትዮጵያ ዕድገት በጋራ እንትጋ።

31/12/2022

Jalaatamtoota fi Matii Badhaadhiinaf Hundaa caalaa Ijjoleen abbaa gaada quqaama Biyyaa kanaaf qabaan keessaa tokko Biyyii.keenyaa Biyyoota Hundaa Ol Baate argamuun Hundaa caalaa nuu gammachiisa Har'aa waan Garii Arguu dhiisuu dandeessuu garu Akka itti Gammadan abdii guddaa qabna Odessitu fi Saafaroota Fi Dhiphootaf bakkaa hin keeniina .
ላው የብልጽግና ቤተሰቦች ኢትዮጵያ ወደ ብልጽግና መውጣት በብልጽግና እሳቤ በግልጽ የተቀመጠ ቢሆንም ዋናው ፍላጎታችን ግን ኢትዮጵያን በከፍታ ማማ ላይ ነግሳ ማዬት ነው!! የምናስበው ቦታ ለመድረስ ደግሞ እልህ አስጨራሽ ፈተና፣ ወገብ የሚያጎብጥ የሌት ተቀን ስራ፣ እሾህ አሜካላውን ማለፍ ይጠበቅብናል!!ዛሬ በሰራነው መልካም ስራ ለመጪው ትውልድ ያደገችና የበለፀገች ሀገር ማውረስ ያስችለናል

30/12/2022

አብ ከተማ መቐለ እንኳን ደስ በለኩም እሰይ እሰይ

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Addis Ababa