Sikko Mandoo Gaaddisa Oromo
Gaaddisa Oromo
Dhaloonni Kuni Dhaloota Hulaa Galaanaa Gaafatu !
13/08/2025
SIRBA AJAA,IBAA KANA RAAJIN ISAA AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA.
KAAMOLEE :-
Kaamole Waaressani
Buna Wal waamu Ollaa firrinii
Ciisa Boraatittolcha
Wal jala Seenna Cimeee Qorrinii
Arsee Arsoomni Qorsaa
Arsee Saanduqa Obsaa
Harka na fuudhi bulloo
Looyee dhufaa shubbisaa…
Thanks again Ibro 🙏
Raagni isaani dalaguu dinnaan hanna eegalan
Sanuu hanna Itti salphatan
Raajiidha
Ayii Carraa Oromoo Teenyaa
Dantaa Sabaatif dhaabbannaan
Yaada dhuunfaa fii fedhii dhuunfaa ittuma dhiisu ture.
Oromoon kan isaa tahu sirritti beeka.
We rise by lifting each other
Isa Naan Jette San
AKKAM GOOTEE ADARAA😘
11/01/2022
Living Legends❤️
Confirmed
Mirkanaa'ee jira.
Dawaan Rakkoo Siyaasaa Lafa itti ukkaamfamee bahee jira.
Baayyee Gammanne.
Gurratti mi'aawaa
Yaa'an Sagalee kee
Cirracha Bishaanii
Baayyinni Jecha kee.
Kan Rafe Dammaksa
Weedduuf walaloon kee...
Life goes on
Sabboonumma Ukkamsun hin danda'amu.
Sabboonummaan Ukkamame dhoohee sirna Sana diiga.
Falmata Mirga dhala namaa fi Xinxalaa siyaasa Jawar Mohammeditu jedhe.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Bole
Addis Ababa