Muslims page

Muslims page

Share

Follow our page for more knowledge thanks
i love you guys ❤💚❤❣

20/05/2026

✍️ 🍉 Niitii fi watermelon carraadha kan jedhe eenyu!? Garuu eenyuunuu haa ta'u sirriidha.

Maal seete gaafa bishaan bittu, bareedina, ifaa, fi riphee isaa ilaaltee bitatta. Yoo ilaalan baay'ee bareeda, nama gammachiisa, nama gammachiisa. Garuu gaafa gara manaa deemtee xarapheetti fiddu, tarii hin beeloftu. Waan afaan kaawwatteyyuu nyaachuu dhiisuu dandeessa. Yoo diddes hin nyaatin ta'a.

➡️Dubartoonni hedduun kan ala isaanii akka cilee bishaan kanaati... Dhiirti baay'een waan jirtuuf akka rabbiin gaa'ila gaarii siif ta'u du'aa'ii naaf godhaa isiniin jedha. 👍🥰

20/05/2026

Arsenal take the trophy in North London People take to the streets🔴😍
Kaaba Landan keessatti Arsenal waancca fuudhe Ummanni daandii irratti bahan🔴😍

19/05/2026

Mee namni 'aana Rabbii
jaallattan Lakkoofsa 1 barreessaa❣️

19/05/2026

Rakkinni namoota baay'e humna dhabuu Osoo hin ta'in akka humna qaban wallaaluudha👑

fans
Muslims page

17/05/2026

Namni Onnee Qulqulluudhan Nabii Mohammad ﷺ Jaalatu Salawaata Irratti Ha Buusu❣️

11/05/2026

📊 C. Ronaldo vs Lionel Messi stats in World Cup😮‍💨
🇵🇹 Ronaldo - 🇦🇷 Messi
👕 22 Games - 26 Games
⚽️ 8 goals – 13 goals
🎯 3 assists – 8 assists
🏆 0 trophy – 1 trophy

06/05/2026

Nabi Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀

30/04/2026

Onneen koo hayyaama koo malee waan si filateef calliseen
SI JAALADHA❣️
Muslims page

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00