Prophet Bayisa Gemechu
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Prophet Bayisa Gemechu, Health/Beauty, Addis Ababa.
Iddoo jirtu kanatti hin dhaabatu deemsikee itti fufa karaa karaan hin jirre karaatu jira siif HoE12:6 inni Pheexiroosiin baase harka heroodisii har'as waan si qabe harkaa hin baata maqaa Yesuusiin Ameeeeeen jedhii fudhadhu
Yoo dhaga'me oduun waraanaa lubbuukoo kennadheera imaanaa darbeera barri sodaakoo darbeeera
Mar' 16:5 itti siiqanii yeroo ilaalan dhagichi balbala awwaalichittii galgalfamee argan ; har'as akka dhagaa waanti sitti ulfaate galagalee argita
Abjuunkee hin dhugooma
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa