Hika Birhanu Terfasa
Jesus is Lord
22/08/2026
suurri kun sitti hin dubbatu taanaan na Amani ati sichi dhalatta
Ambo 🤝🤝🤝💪💪💪💪
Professor sun ni maraateeyi😁😁
13/08/2026
OBN Sagalee uummataa😁😁
11/08/2026
😭😭😭😭😭
Black Day💔🥲😭
Please Saba kanaaf Sagalee ta'aafii 🥲😭
Guyyaa kaleessaa nama 36 awwaalle💔🥲😭
Godina Wallagga Bahaa Aanaa fi Aanota biroo dabalatee Gandoonni hedduun harka Finxaaleyyii Faa*nootiin dararamaa jiru💔
Yaada na dhaqqabe kana dubbisaa👇
"Toomikoo amma kanan jiru Angar guuteedha, Guyyaatti nama 36 awwaalaa jirra, maaloo Faa**oon nu fixeetti, atillee miidiyaa qabduun sagalee nuuf ta'i, kallattii hundumaan marfamnee jirra, maalooo nuuf birmadhu adaraa lub*uu, adaraa namummaa "🥲
Isinillee gochuun sagalee ta'aafii baasaafii maaloo💔
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Finfinnee
Addis Ababa
Opening Hours
| Saturday | 09:00 - 17:00 |
| Sunday | 09:00 - 17:00 |
14/08/2026