Ebicha ebicha
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ebicha ebicha, Addis Ababa.
Hin yaadda'iin
Situ of uume
Isaa Si uumeef dhimaa kee dhisii
19/01/2026
Itti amanta like,share, comment Fi follow godhi page kana
In yada'iin harkii waaqayyoo Si durseera
Kan amantu qofti Ameen jedhi
16/01/2026
Tamee nama jabaa. Ergaa kana sena dhaggeeffadha namoota waaqayyoo
TEMESGEN ALEMAYEHU | SABABII CUBBUU OFFICIAL VIDEO 2026 Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa ta'u. Faarfannoota hafuuraafi hojiiwwan hafuuraa gara garaa karaa youtube kanaa isiniif qabadhee waanin dhiyaadhuuf. ...
13/01/2026
Muca ol adeema kana waan dandeenyun haa tumsinnuu.share gochuun namoota biraan ga'aafi waan bira yoo dadhabdaan
Kitaba mata dureen isaa butamuu Hafuuraa jedhu qabatee nuf dhufaa jira.
Ana dhufuu sin jedhara qaro yoseef
12/01/2026
08/01/2026
Well come yone
26/12/2025
group ilaamee ministry kanan. maqaa honesmoss nasivin kan hunda'ee kana follow gochuun in dagaattinna
❝"Ani namoota Yihudaa nan jabeessa, namoota Yoseefis nan fayyisa; ani waanan isaaniif oo'uuf, akka isaanii duriitti isaan nan deebisa; ani Waaqayyo isaanii waanan ta'eef, kadhata isaanii isaaniif nan dhaga'a, akka waanan takkaa isaan hin tufatiniis in ta'u;❞
—Zak. 10: 6
Click here to claim your Sponsored Listing.
Contact the business
Website
Address
Addis Ababa