Se'ada Abdalla

Se'ada Abdalla

Share

Jibril Tahir

Photos from Dr. Mohammed Kedir's post 19/05/2025
05/04/2025

Addunyaa Kanarratti Namni afur Miidhamaadha!
☑Nama Namaaf Yaadu
☑Nama Garaa Laafu
☑Nama Nama Amanu
☑ Nama Nama Jaallatu!

29/03/2025
27/07/2024

WAA AFUR HIN JAALATIN
•••••••••••••••••••••••••••

=>• Dubbii dharaa odeessuu
=>• osoo hin argin dharaan murteessuu
=>• Icciiti kee nama hundatti himachuu
=>• namaa gaditti xiqqaatte jiraachuu

WAA AFUR DURSII HUBADHU

=>• jireenya booda duuti akka jirtu
=>• Qabeenya booda dhabdi akka jirtu
=>• dargagummaa booda dullumti akka jirtu
=>• Gabrummaa booda Bilisummaan akka jirtu

WAA AFUR HIN TA’IN

=>• hin jarjarin dura duutaa
=>• hin boonin hiree dhabdaa
=>• hin aarin daftee dulloomtaa
=>• hin kijibin ni jibbamtaa

WAA AFUR SIRRITTI KUNUUNFADHU

=>• biyya kee
=>• haadha kee
=>• amantaa kee
=>• jaalallee kee

WAA AFUR YOO BARBAADDE

=>• Guddinna yoo barbaadde hojii hin tuffatin
=>• of danda'uu yoo barbaadde harka namaa hin eegatin
=>• milkii yoo barbaadde hadhaaf abbaa kee hin mufachiisin
=>• Bilisummaa yoo barbaadde tokkummaa hin diigin

WAA AFUR JAALADHU

=>• dubbisuu jaaladhu madda beekumsaatii
=>• hojjachuu jaaladhu kaa'uumsa guddinaatii
=>• dhiqachuu jaaladhu dursa fayyaatii
=>• seeqachuu jaaladhu madda gammachuutii....

Erga Dubbistan Booda Hiriyoota Keessaniif Share Godhaa.

https://t.me/ibsaadhuga

27/06/2024

😍😍

27/06/2024

👉👉Nyaatota namoota dhukkubbii garaacha / gastritis / PUD qabaniif gaarii ta'an keessa muraasni:
1. Damma/ honey - madaa fayyisuu danda'a akkasuma baakteeriyaa H.pyoris ni ittisa .
2. Qullubbii - baakteeriyaa ni hir'isa , madaan haroyni akka hin uumamneef ni gargaara.
3. Baaduu- probiotic dha madaa fayyisuuf ni gargaara. Baakteeriyaa H.pylori ni ittisa
4. Kuduraalee fi fuduraalee biroo kanneen nama hin gubne fi asiidummaa hin qabne . Fkn kan akka goomana keessatti cuunfa isaa , muuzii , appilii, hundee diimaa, watermelon ykn habab, dinnicha fi kkf.
5.jinjibila- madawuu ni ittisa . Sooranni sirnaan bullaayee akka darbu waan taasisuuf fi amala beezii waan qabuuf gahee madaa fayyisuu qaba.
6. Nyaata pirootinaan badhaadhan kan akka killee.
7.bishaan ganama garaa qullaatti dhuguu.
👉Nyaatota gaarii hin taane. Kanneen namatti jabeessuu danda'an :-
1.alkoolii- gosa kamuu
2.buna fi shaayii
3. Nyaata coomaa fi zayita baayyatan
4.nyaata barbaree qabani fi soogiddi itti baayyatu
5.kuduraalee fi fuduraalee asidii qaban fkn akka loomii , burtukaana, timaatima,qaaraa.
6.chocolate
7.nyaatota fi juusota firijii keessatti garmalee qorran .

Gaafii keessan isinif deebiyaa jedhen yaada

✍✍✍✍Galatoomii!! Dr Nimoonaa bonsoo
Gorsaalee Fayyaa Kharaa Khamiin
Akka Arkattu Barbaadda?
Filadhuutii Itti Dhihaadhuu
Me Kharuma Salphaan
Arkattaa.
https://t.me/DrmohammedIbrahim

20/05/2024

FAAYIDAA HARGIISA
1). Amaloota isaa keessaa seelii gogaa jiidhina, oksijiinii fi cimsuun barbaachisaa dha.
2). Elastiiksii gogaa fooyyessuu fi akka hin mul'anne gogaa ittisuu danda'a.
3). Dhukkuboota sirna ittisa qaamaa ni cimsa, ni ittisa.
4). Fayyaaf amaloota antioxidant fi antibacterial humna guddaa qaban of keessaa qaba.

5). Dhiibbaa dhiigaa to’achuu fi tiraayigiliisaayidii tasgabbeessuufis ni gargaara.
6). Hamma sukkaara dhiigaa hir'isa.

7). Rakkoolee bullaa’insa nyaataa hedduu kanneen akka Gogiinsa gaara, Mar'imaani, gubaa garaachaa...

8). Dhukkuboota gogaa, kan akka gubaa, madaa fi madaa’aniif akka wal’aansa bal’inaan fayyadamuun addunyaa guutuutti beekama.

9). Marsaa dhiigaa ni fooyyessa
10). Dhukkuboota onnee fi ujummoolee dhiigaa ittisuuf gargaara.

11). Infeekshinii keessaa fi alaa hir’isuu ykn guutummaatti dhabamsiisuu danda’a.
12). Fayyuu madaan ni saffisiisa. ...

13). Ilkaan irratti citaa ni hir'isa. ...

14).Madaa kaansarii yaaluuf gargaara. ...

15). Hamma sukkaara dhiigaa gadi buusa.
16). Cirraacha kalee ni ittisa
17). Dhiibbaa dhiigaa ni hir'isa

ITTI FAYYADAMAA

Fayyadama qaama keessaaf: Amaloota isaa argachuuf karaan hundarra gaariin baala haaraa fayyadamuudha.

Budaa aloe vera, tonics ykn juices baala isaa keessaa itti naquu danda'a.

Fayyadama qaama alaaf: Fayyadama alaa ajaa’ibaa qaba; yeroo baayyee kiriimii fi jeelota dhangala'aa isaa irraa hojjetaman keessatti gogaa gubaa, madaa, ciccituu irraa boqochiisuu fi eeguuf...

OF EEGGANNOO

· Fayyadamni aloe vera gogaa gosa tokko tokko irratti aarii, gubaa ykn ququnca’uu danda’a.

· Madaa gadi fagoo ykn gubaa cimaa irratti gorsa fayyaa duraan hin kennine irratti hin dibatinaa.

· Yeroo ulfaa ykn harma hoosisuu keessatti fayyadamni

· Namni dhukkuba sukkaaraa qabu tokko yeroo afaaniin fudhatamu of eeggannoo gochuu qaba.
Galatoomaa
Fayyaan keessan fayyaa keenya.

Barumsa Fayyaa
!

Photos from Qilleensi Nasrii Bubbise Page's post 08/05/2024
06/05/2024

Jabaa namaati jechuun Nama Humnaan nama kuffisuumit Nama yeroo aare uf qabbuu Dandayu.jedhan.Rahmanni aalamaa Nabi muhammad sl wslmi

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Adama
Addis Ababa

Opening Hours

Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00