Amin Aliyyi Husen
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Amin Aliyyi Husen, Addis Ababa.
18/04/2026
Ariitiidhan Storamuu qaba.
Jarkaanni Qullaan Dhiyeenya Kokkisu Tedy-Afroo moo Karkarroon jettan sun Too'annoo Seeraa Jala galeera.
Eenyuyyuu Seeraa Olii miti dhiisaa jennaan diddee Diigumsa Biyyaa Labsite Keessummaan Keessa Keenna Seentee.
18/04/2026
18/04/2026
/2018 Walaabuu Lixaa Ganda Mariin Dhimma Nageenyaaf Milkaahinna Filannoo Hawaasa Wajjiin Gaggeeffameera.
10/04/2026
Mariin Furtuu Waan hundaati.
~~~~~~~~~~~
Walaabuu Lixaa Ganda Odaatti Mariin Nageenyaaf Misoomaa taa'ame.
09/04/2026
Bruno Fernandes seenaa isaa keessatti takkaa dorgommii 'Champions League' marsaa dorgommii saddeetii (quarter-finals) irratti taphatee hin beeku.
Gara biraatiin ammoo, dargaggeessi waggaa 16 Max Dowman duruu rekordoota kanaan gadii dhuunfateera:
• Taphataa dargaggeessa umurii xiqqaadhaan garee guddaa Arsenal keessatti taphate.
• Taphataa Arsenaal Seenaa Premier League keessatti umurii xiqqaadhaan Premier League keessatti taphate.
• Taphataa umurii xiqqaadhaan seenaa Champions League keessatti taphate.
• Taphataa Arsenal umurii xiqqaadhaan seenaa FA Cup keessatti taphate.
• Taphataa umurii xiqqaadhaan seenaa Premier League keessatti goolii galche.
• Taphataa umurii xiqqaadhaan dorgommii morkii 'knockout' Champions League taphate tahe.
05/04/2026
😁
Iraan Pilot Jettii Waraanaa dheengadda samiirratti akooftee buuftee sana qacam godhatteetti. Ameerikaan Miseensa waraana isheetiif gatii guddaa akka kaffaltu beekamaadha. Amma Iruun koo waan ittiin tadaraaddartu qabatteetti. Trump gama isaatiin "Paayiletii keenya arganneerra" jedhee afuufaa jira. Deemee Uummata Ameerikaa haa gowwoomsu malee nuun nu gowwoomsu😀
05/04/2026
Aanaan Hojii Misoomaa Hojjataa jira.
malee Warra Oduu hojii godhateef qabnuu Liqimsi.
04/04/2026
Meeshaalee Alaa galan bakka buusuun Al-ergii guddisuuf Badhaadhinni Xiiqiin Hojjatta.
~~~~~~~~~~~
Muummeen Ministeera Ethiopia Dr.Abiy Ahmad Giddugala Qorannoo Ammayyaa Eebbisiisan.
02/04/2026
24 Guyyaa Seena qabeessa Federaaliziimiin Haqaa Itoophiyaa Keessatti itti mirkanaaheedha.
01/04/2026
Paakistaan Misaa'iloota gara garaa tilmaamaan 80,000 qaba, kanneen mataa waraanaa idilee fi kan idileen taane ba'achuu danda’an. 🚀
Akkasumas xiyyaarota(drone) 200,000 qaba. humna qilleensaa ammayyaa fi jabaa keessaa tokko, akkasumas waraana cimaa qaba. 💪
Paakistaan humna Addunyaa irratti dhiibbaa qabu; yeroo barbaachisummaa irratti humna kamiiyyuu biroo dura dhaabbachuu dandeessi.
👉Akka kabajamtu kan isii taasise ammoo Nuklara qabaachuudha!🇵🇰🔥
01/04/2026
Ashaaraan Keenya Dhaloota egereef.
~~~~~~~~~
Boorana Bahaa Aanaa Walaabuu Lixaatti Dhaabbiin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Eegaleera.
Qindeessummaa Waajira Qonnaatin Biqiltuun Qophaahe bakka Koreen Qindeessituun Aanaa guutun argamanitti Sagantaan Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Bara 2018 Gaggeeffameera.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Telephone
Website
Address
Addis Ababa