Qoricha Hattuu
Fuuldurri keenya ifaa dha
22/02/2026
😍💙
❤
07/02/2026
゚v
゚
29/01/2026
Akka deemtes beeka
Fagaachuu kees argee
Si deebisuun yaala
Si wajjiniin fiigee!!!
Waanin ijaan argu
Amanuuf rakkadhee
Akka deemten shakka
Dhufuu kee abdadhee
31/12/2025
❤🙏❤
31/12/2025
Burkina Faasoon lammiileen Ameerikaa akka biyya ishee hin seenne dhorkite! 🚫🇧🇫"
Dargaggoon kutannoon beekamu Pireezidaantiin Burkina Faasoo Ibraahim Traore lammiileen Ameerikaa biyya isaanii akka hin seenne dhorkuuf murtee cimaa dabarseera.
Murteen kun kan murtaa’e erga Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Burkina Faasoon tarree biyyoota Ameerikaa akka hin seenne dhorkaman keessatti dabalaniin booda.
Ibraahim Traore murtee Ameerikaa kanaaf deebii kenneen ejjennoo ''kabajaaf kabaja, ugguraf uggura'' fakkaatuun kennaniiru.
Murtee Ibraahim Traore maal jettu? Hoggansa dhugaa moo dogoggora dippilomaasii? Yaada keessan comment jalatti nuuf qoodaa.👇
21/12/2025
Ni bareeddim mitii?
����
���
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa