Oduu hoo,a spoortii fi jechoota bashannansiiso fi barsiisoo

Oduu hoo,a spoortii fi jechoota bashannansiiso fi barsiisoo

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oduu hoo,a spoortii fi jechoota bashannansiiso fi barsiisoo, Health/Beauty, Dok. @. com, Addis Ababa.

28/07/2023

diamandotni Africa sadio mane fi riyad maharez gara liigii arabatti godaanan Alnasir ,alhilal

28/07/2023

Mahamad kudus chelsean barbaadamus fedhiin isaa gara arsenaliiti
Chelsean gatin warra Brighton caciado itti baayyannan liverpool waliin r lavia fudhachuuf dorgommi keessa galeera
Alexsanchez gara arsenal deebiu barbaadus arteertan gurra namuri malee jedhee didee kanaaf A Sanchez gara notihaam foresti dhufuun isaa waan hin oollee

24/07/2023

PSG k mappee gabaaf dhiheessera kunis kontiratni isaa wagga dhufu waan dhumuuf bilisaan dhaburra amma gurguruuf qophaaeera
Realmadird immo MICAA qaxalee kana bilisan fudhachuuf achuma turi natu si fudhataa waan jedhaaru fakkaata
Chelsean immo baddu baddi malee mucichaa qarshii koo itti dhangalaase fudhadha jechaa jira
Arsenalis harka lafa jalaatiin waan tattaafacha jiru fakkaata
Hundumaafu buufanni maappee eessa ta,a kan jedhu gaaffii hunda keenyaati
Hiriyyoota keessaniif share....

10/07/2022

R STERLIN Chelsea galuuf waliin gale
Pogbaan mana isaa ganamaa juve gale
Akkasuma D mariyaanis pogbaa fana juventus seene
CR7 Europa league hin taphadhu waan jechaa jiru fakkaata. Kana jechuun MU gadi dhiisu danda,a jechuudha

03/07/2022

Fabio carvalho Fulham irraa Liverpool dhufe
Martinez argachuuf arsenal fi mu harkaa wal qaban
O Dembele kontiraata haraya barca waliin malletteessuuf

02/07/2022

RONALDON MU naga dhammachuuf
Evertan Recharlisan tottenahmitti gurgure
Mictariyaan i milanitti makame
PSG neymàr gurguruuf
Chelsean LU irraa raphina bituuf qarqara gahe
Like share

28/06/2022

Chelsean tapha motora m city R Sterlin fudhachuuf xumurarra gahe
A marian juv galuuf
Arsenal ajax irra Martinez fudhachuuf horii qopheesse akkasumas gabreil Jesus fudhachuuf wali galee
Origin s milanitti makame
PSG lenjisa isaa geggeesse

24/06/2022

Kabajamtoota fi jallatamtoota page koo baga nagan dhuftan jechaa yeroo gabaaba keessatti qophii babbareedo qabanne isiniif dhihaannan affeerra keenya

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Dok. @. Com
Addis Ababa