Olifan Fufa
�Humna jaalalaattin amana.
Akkuma jirutti!
kutaa3ffaa
🎤qoosaa kut__aa 1ffaa
dogogorri ati gaafa baayy'ee gammadde raawwattu iyyu haarsa duubatti deebisuuf yeroo si gaafatu si kaffalchiisu danda'a.kanaaf gaafa gammaddus gammachuun kee si hin dogoggorsiin.
siif salphaa nama biraa immo ciminan kan barbaachisu yoo ta'e of kennii gargaari yaadi nama Sanii gammachuun si yaadata jiraata!
namni ati itti dhiyaattu yoo guddate bu'aan Isaa sumaafi.kanaaf gaari waliif ha yaadnu
kan si tole hundu fira keeti.kan sitti haanu isuma si hoolche.garuu fayidaa gowwomsuun dhufu fi oftuullumma Amala hin godhatiin!
anqina ofii odeessun bu'a isaarra miidha isaatu caala. akkuma wal baruun jiru wal dhabuun jira.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa