Gaaddisaa Umar
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gaaddisaa Umar, Health/Beauty, Addis Ababa.
Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu natti dhaga'ama! Caalaa Aabbuu, Harun Hussen, Wiz Naziifoo Massaafii, Jeyalan Jeyalan, Abdi Saadiq, Muhammad Jibrila
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Naajii Bakar Naji, Aziiza Mutaar
22/05/2024
News Leve
18/02/2024
24/01/2024
Filaan kee issa kami
Please Follow my Brother page
25/07/2023
25/07/2023
G/H/L/A/Habroo Ganda gaboo jedhamu ykn Aradaa 34 daandiin guddaan galamsoo fi gaboo wal qunamsiisu bayyee waan caccabeef hawaasni naannichaa rakkachaa jiraachuutu himama .Ummani kun meesha karaan tolchan kaneen akka dozer iskabatarii fi.k.k.f mootummaa biraa degarsa hin arganne
Haa ta,uu malee hawaasni naannichaa humna isaaniitn akka suura irrati argitan kanaan hojachaa jiran kanafuu mootummaas ta,ee hawasini kanee nannoo sana jiraatan hawaasa ammaa hojachaa jiran kana waliin baatani daanddii kana akka sirreessitan waamicha isiniif goonee jirra.
Maddi Oduu Hawaasa nannichaa irraa kan odeefameedha.
10/08/2022
Abarraa Warquu - BOONII - New Ethiopian Oromo Music 2021 (Official Audio) Abera Werku Official Youtube Channel==============================================================Like and FollowFaceBook Pagehttps://www.facebook.com/profil...
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa