Guutuu sabaa

Guutuu sabaa

Share

Of ta'uu

02/10/2024

Irreessa irratti bashannanuu ni feetuu?
ni feetuu taanaan jimaata Hoteela skylighte tti argamaa

26/06/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Obsa Dubi, Obsa Sanbaata, Bilisummaa Shifarraa, Caalchisaa Gonfaa, Falmii Baqqalaa Beeksisaa, Milkeessaa Masaay, Milkii Baalchaa, Obsaa Waan Hundaa, Baayisaa Tasfaayee Baaqala, Yoo Obsan Godana, Tijjaani Jimmaa Sarboo Awwal, Famiisha Osman, Bashaashaa Nama Bashaashaa Nama, Obsaan Gutema, Ilkaa Mililii, Seenessaa Sabbuu, Warqiyyee Daadhii, Yojiraane Wol Àgarraa

07/04/2024

Walitti bu'iinsa gidduudhaa warri waa nyaachuu baree eegee Raasuu jabeesse

Photos from Guutuu sabaa's post 29/03/2024

Jireenyaa namaa keessatti guyyaan bay'ee gati qabeessi kana caalu ni jiraa?

22/02/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Nimoona Girmaa Abara, Lata Mardasa, Milkii Abarraa, Seenaa Bizuneh, Abdii Dhangiyaa, Oromiya Yusuf, Biftuu Nugusee, Yaddeessaa Lammaa, Darajjee Wadaajoo, Gadaa Oromoo, Waaqoo Haphii

08/01/2024

Namni baabura waliin yaabbataan hundi iddoo tokko hin deemuufu kan imala Isaa fixate nu biraa hafe.

23/12/2023

Barnoonni dhugaadha ofirra Jalqaba

Nama of beeketu
Waan ofii beeka
Nama waan ofii beeketu
Waan Alagaa beeka
Nama waan Alagaa beeketu kan ofiitin jiratetu beekadha.

23/12/2023

Addunyaa kana namooni beektonni ijaaruuf yoo ifaajan
Namooni beekmoon ykn warri beekamtiif hojjatan itti of agarsiisu
Wallaalaa beekaa fakkaatu jalaa nu haa baasu.

23/12/2023

Waan Jalqabde xumuruuf Gaara bu'ii bahi
Dhagaa humni Kee danda'u hunda garagalchi
Lagas ce'ii bahi
Garuu immoo imalli Kee sun sun sirri moo miti jedhii gidduu keessatti.
Madaalli sirrii ta'en ilaali.
Abbaa koottu akkas jedha waan hin xumurre hin jalqabini,
Jalqabnaan hin dhiisini Jedhee nu Gorsa ture.

21/10/2023

Jaldeessa kanatu yeroo hundaa hudduun Kun Isa rakkifti.
Namni waan rakkate akkuma himatu bakkuma gadi teenyu nun dhorkinaa jedhe

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Adama
Addis Ababa