Abdisaa Agaa

Abdisaa Agaa

Share

abdisaa Agaa

03/04/2026

Nama kabajaa hin beeyne kabajuun sodaa itti fakkaata ee
miskinaa wlh 😏♥️

26/03/2026
25/03/2026

With Æbdii CameraaPg – I'm on a streak! I've been a top fan for 3 months in a row. 🎉

06/03/2026

Rakkoo maatta gadi si qabde
Halkan kun kan furmaata
rabbi siif ha godhu 🤲

13/02/2026

Yaaddon koo si boonsee
Siif laannan gammachuu
An dadhabe hin jedhu
Siif yaadan gubachuu!

Imimmaan koo cophee
Gadda kee yoo dhiqe
Siin tasgabbeessinaan
Kan jiruu koo jeeqe
Gammadi nan gaddaa
Abdii ofirraa mulqee!

12/02/2026

Lubaa hangafa jaalalaa
Isa akka warqeef meetii
Ofitti qabeen si hammadha
Har'i guyyaa wal hammachuuti,

Jedhe sitti hin odeessu
Guyyaa har'aaf si hawwee
Erga kan koo taate
Sin hammadha yoomilleen

Gartuu dhiiga kooti
Isa kolfan na sooru
Hammannaan guyyaa tokko
Gammachuu koof hin tolu

Erga naaf uumamte
Jaalallee koo taate
Yaadannu sin hammadha
Yoo karaan fagaate!🥰🤌

Qabirratti😅

07/02/2026

Namni hunduu kan siif yaadu yeroo wanti hundi darbeedha.💯💪

24/01/2026

Gurbaan Ani Jaaladhuu Tokkoo ciikii Naa Barbaadii Nan Jedheem🥹🥴

Photos from Abdisaa Agaa's post 07/05/2025

HT - One goal up, and a fine goal it was... 🤤
Nous menons d'un but, et quel but ! 🤯

📸

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Addis Ababa