Najjoo alaltuu

Najjoo alaltuu

Share

mosic and oromo culture discription to univerce
https://www.youtube.com/@Abbeepres?sub_confirmation=1

29/04/2025

Biyya gootaati biyya dhiiraati
Qotaa najjootu dirree seenaati
Taliila yaati bishaan alaltuu
Seenaan dhugaadha dhugaan agaltu

29/04/2025

Biyya gootaati biyya dhiiraati
Qotaa najjootu dirree seenaati
Taliila yaati bishaan alaltuu
Seenaan dhugaadha dhugaan agaltu.

15/04/2025
15/04/2025

Najjoon najjoo alaltuuti. Alaltuun kan eenyuuti?
Eenyu kan na barul

10/04/2025

Durbi dhiirummaa fudhachuu barbaaddu jirtaa?

28/03/2025

Najjoo biyya warqee biyya dhadhaaf aannanii
Kottuu ilaali yaannaani.

Ka'ii keessaa warqee hammaarta
Loon elmattee dhadhaa nyaatta
Diillaadhaa gaagura baaftaa
Damma qalqallootti baattaa
Nyaattee quuftee baattee kaattaa
Meexxiidhaa buna cirattaa
Giddaadhaa itti dabalattaa

Kan hin shakkiin jedhi caalii
Yoo hin amannes kottuu ilaali.

26/03/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Marema T Gobena, Keno Kebede, Markos M Wqyoo, Ebo A Geleta, Gãmy Mití Kü, Sàñyì Orõ Taafesa, Mo'aa Getachoo, Hin Qoosin, Misgee Nedjo, Melaku Tefari, Abdo Birhan, Debex K Ragasa, Hana Mitiku, Negash Abera, Samy FG, Obsera D Taye, Simon Birasa, Lammii Girma, Gari Imana, AB DY Ag, Darii Melkaamu, Sanyii Mangistuu Aagaa, Lammaa Dassale, Jaabir Asfawuu, Ifaa Haayiluu, Waqatola Getachoo, Lammii Taarikuu, Husen Abduu, Abdane Negeri, Gajoo Taspha, Sena Balina, Danieltarefa , Leti Nejo, Jalex Horo, Gadisa Tariku, Solicho Oro Lij Birhanu, Mare Mulgeta Abdisa

24/03/2025

Ijoolleen najjoo jirra jedhaa.

Category

Website

Address


Addis Ababa