Koo wayyaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Koo wayyaa, Health/Beauty, Sabata, Addis Ababa.
04/01/2026
Inisheetiiviiwwan keessatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun walitti hidhaminsa gabaa taasifameera.
Ayyaana Qillee sababeeffachuun Inisheetiivii Galaan Guddaa keessatti yeroo jalqabaaf bittaa fi gurgurtaan gaggeeffameera .
Inisheetiiviiwwan iddoo Oomishaa qofa osoo hin taane bakka gurgurtaa keessatti gahee olaanaa qabaachuu himameera.
Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Galaan Guddaa Obbo Indaashaaw Tarreessaa Inisheetiiviiwwan Beelladaa yeroo ammaa akka Aanaa keenyaatti qabnu keessatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun sangootaa fi hoolota iddoo hojii isaaniitti akka gurgurataniif walitti hidhaminsa gabaa taasisuun waldaaleen bu'aa qabeessa ta'aa jiraachuu himaniiru.
Hojiiwwan inisheetiiviiwwan keessatti hojjetama jiran waldaalee keenya fayyadamaa taasisuuf abbootii qabeenyaa fi namoota dhuunfaa afeeruun bittaa gurgurtaan yeroo jalqabaaf gaggeeffameera.
31/07/2025
๐๐ก๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐๐ง ๐๐๐ฒ๐ฒ๐๐ง๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ!
****
24/11/2017 Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaa Aanaa Galaan Guddaatti Ashaaraa keenya keenyee jirra.
Hojiin Ashaaraa Magariisaa hojii dhaloota utubuu fi madaala qilleenaa tiksuun walqabata. biyya diinagdee magariisaan badhaate uumuudha
Kanaaf, dhaloonni arraa dhaabuun, biyya ijaaruu qaba.
Karoora guyyaa tokkotti biqiltuu Miiliyoona 700 dhaabuuf akka biyyaatti qabame milkeessuufis guyyaa har'aa karaa qindoomina qabuun duula dhaabbii biqiltuu kan aanaa galaan guddaa gaggeessinee jirra.
Ummanni keenyas, karoora tarsiimaaโaa Ashaaraa Magariisaa mootummaan isaa gadi buusuun hojjechaa jiru fudhatee hirmaannaa isaan deeggaree seenaa dalagaa jira. Kun immoo, dhaloonni kun itti gaafatamummaa isaa Karaa gutuun bahachaa jiraachuu isaa mirkaneessa.
26/01/2025
29/09/2024
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Sabata
Addis Ababa