Eyo Ba

Eyo Ba

Share

Writer

18/12/2025

We are back in a Special Mode!

11/04/2025

NAMA FILADHU!🌄🌅
=============================

✍️Gaa'elli adeemsa namoonni umurii dargaggummaa irra jiran walitti dhufanii bultii ijaarataniidha. Kanaa ol ibsuu hinbarbaadu. Kaayyoo biraan qaba!
Jaalala dhugaan ta'uu baannaan bultii waliin ijaarachuun gaarii miti. Namoonni baayyeen ulaagaa argamee dhabamuu danda'u tarreeffataanii gara gaa'elaatti seenu. Garuu kun mataa kee miidhuu irra darbee daa'imni sirraa dhalatu illee gammachuufi jaalala maatii malee akka guddatu godha. Jaalalli ni bitama miti ni jaallatama. Kanuma! Dhugaa ani sitti himuu barbaadu hiyyeessi jaalala dhugaa beeku dureessa qarshiin macheesse irra caala.
✍️Mee waan si gaafadha? Abbaa warraa sooressatti heerumtee jireenya si gammachiisu hin jiraattu taanaan bu'aan filannoo keeti maali? Hindogongorin! Inni har'a hinqabu seete bor argachuu danda'a, kan ati qaba jettee faana fiigdus harkaa badduu ba'uu mala. Wanti dachee kana irraa hinamansiisu akka fixeensaati. Kanaaf qarshiif dursa kennuu caalaa namummaaf dursa kennii namummaan madaalii nama filadhu. Isa jaalala dhugaa siif qabu kan galaanni jaalala kee liqimse tuffattee, copha jaalala keeyyuu kan hinqabneef hin gowwoominan siin jechaa jira. Isatti wanta qarshiin si bite fakkaata. Yoo bifaan si caala ta'es si tuffata dhimma kee hinqabu. Dhaqii ilaali jireenya namoota hawwituu baayyee. Bo'ichaafi gaddaan dhaalamaadha. Kun bu'ura irraa jaalala malee walitti dhufutu jireenya cinuunsuu da'umsa hinqabne harkatti godhe. Nama qabaattes dhabdes, dhukkubsate, gaafa fayyaas waa'ee keef dhiphatu filadhu. Kaan harraaf sitti afarsee bor si gatee darba.
Highlandii amma bishaan keessa jirutti konkolaataa keessaa of bira kaa'u, kaan harkatti baadhata. Garuu gaafa bishaan keessaa dhumu inni konkolaataa keessaa alatti gad darbata. Inni sila harkatti miidheksee baadhatus lafa buusee irra ejjechuun isaa hinoolu. Jaalalli sobaa akkasi. Yeroo ati fayyaafi bifa qabdu baayyeetu sitti gorora. Bor garuu of biratti hin agartu.!
Ebbifaama!💔

EyoEyo Ballow godha

27/10/2024

Yetabbaatu

Photos from Eyo Ba's post 27/09/2024

💙💥💙
*
*
*
*
*
*
*
*
*
*
*
*
*
*
Ten Unknown Facts About

1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.

2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.

3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.

4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.

5. Global Presence: BMW is a global automotive Company

6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.

7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.

8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.

9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a diverse range of automotive tastes and luxury segments.

10. Cultural Impact: BMW's vehicles often be

Photos from Eyo Ba's post 27/09/2024

Best picture 🥰🥰❤

10/04/2024

Akkamitti urgeessatti harka kee baattee halkan walakkaa hirribaa kaata? Namni Batte beeku akkamitti ija isaa ilaalee arrabaan qawwee harkisa? Jarana kun amma maal jedhama? Yoo xiqqaate Batte bara 2015 irraa eegalee beeka.Ejjennoo siyaasaa cimaa qabaatus murtoo kamiifuu nama hamaa yaade hin beeku. Hagayya 2016 hiriira mormii geggeeffameen yeroo dheeraaf hospitaala keessatti ajjeefamee ajjeefame. Yeroo adda addaatti yoo hidhamellee nama rakkoo qabu hin turre. Kun batte tokkoof gatii hin qabu!

25/01/2024

👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/
Picture of the day 🥰🥰🥰
:
:
:

25/01/2024

Please subscribe mee
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█ Follow me 💚
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█🕋

25/01/2024

Subscribe mee
https://www.youtube.com/

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█🕋

25/01/2024

https://www.youtube.com/
Today,s Best photo
❤️💚❤️













█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█ Follow me 💚
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

25/01/2024

https://www.youtube.com/
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█ Follow me 💚
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa
0000