Ali Alisha Oro
Munaa Queen �
Wly nama tokko gaafa itti dhihaattu hin miidhin gorsi dhugaa itti himi garuu dhugaan sun yeroo xiqqoof nama san midha malee yeroo muraasa booda gaafa if Arge si galateeffata jecha dhugaati moo soba jettan yaada qabdan comment godha dhifama Anaafi si je'eti haya 👌
Miidhamuu namaa keessaan
Gammachuun argamu
Yeroo xiqqoo booda
Beeki akka dhabamu.
Tarii bu’aan kan kee
Si hawwatuu mala
Garuu booda sheenan
Jiruu teetitti gala.
Bu’aa nama miidhuun argattu
Yoo dhiifte ofirraa
Waan san caaluuttu
Siif dhufa rabbirraa.
Kanaaf.
Fayyaduu yoo baattes
Ofitti hin miidhin namaa
Gochuma kamiifu
Galataa galfamaa.
✍️
🤷Yoo natti mufattanis awufii
Naaf jedhaa martuu yoo har'a
Wal hin argin jannatatti wal
Haa garruu diin keessan
jabeeffadhaa Hanga asirraa galluu❤️
````````````````````♠♠♥♥♠♠```````````````
Dhaamsa Samoo ishee Rabbiif jecha isin jaallattuti❤️
Dhifamaa fakkachuu dadhabnee fagaachuu fiilanne 🤔
Dhifama naaf godhaa malee gufuun milka'inaa dhiiraa dubartiidha Kanafu dhiiraa jequ haa dhifnu nuti warri shamarani🤏🤭😂🌿🥰
Ati waan dandeessu hundaan yaaltee jirta
Guddaa Galatoomi !!! Si jaalanna.
Style yeroo dawwitii kessatti
of agarte photon kaatu kessaa Isa
tokko inni kun save godhadhu atis 👆
Anii Nama jireenya kiyyaf hin tanee hundaa jireenya kiyya keessa baseetiin jiraa 🥰
my family 🤌
Hiriyaan gaariin jireenya miyeessa ❤️
kiyyaa wajjiin guyyaa bareedaa fi hin dagatamne dabarsine! Hiriyummaan dhugaa kennaa guddaadha. 📸
☛ 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗙𝗶 𝗛𝗶𝗻𝗮𝗮𝗳𝗳𝗮𝗮! 💍
Jaalala keessatti namni tokko kan sitti hinaafuuf waanuma dhugaan si jaalatuufi. Namni dhugaan si jaalatu dhiira biraa waliin si arguus hin barbaadu. Isiiniis shamara biraa waliin si arguu hin barbaaddu— Miira kee akka namni biraa isarraa itti fayyadamu hin barbaadu. Tan nama biraa akka taatu hin fadhu! Addatti roga hundaanuu akka ati tan nama sanii qofa taatee argamtu barbaadan.💍💍
↳Namni si jaalatu kun, comment tee yoo dhiira biraa jalatti argees ni hinaafa/aaraa beeki. 😁🕊️
Miira nama jaalattuu eegiif. Kabajii jaalalaan waliin jiraadhu. Jecha miira isaa miidhuun isa tuquu irraa of qusadhu—Onneen ilma namaa akka ababaati kunuunsa; tajaajila barbaaddii kunuunsi; tajaajili. Jaalalaan gabbisi.
Qalbii wal hin hirinaa. Attention kee kan jaalalaa nama si jaalatu san bira godhi. Qalbii si jaalattuuf bilisummaa laadhu—akka isiin si shakkaa jiraattu hin godhin!
Wanti akka jaalalaa si cabsu hin jiru. Wanti akka jaalalaa si utubuus hin jiru—kanaaf jaalalaan wal hin cabsinaa wal utubaa wal ijaaraa malee! 💍💍
Ilmi dhiiraa jaalala keessatti kan sirraa barbaadu ''dhugaa'' sirraa barbaada—shamarri ammoo "jaalala" sirraa barbaaddi. Kanaaf, jaalala keessatti lamaan kana waliif cimsaa! Jechoota jaalalaa mimmiidhagoo fayyadamuun, jaalala keessan utubaa.
𝗗𝗵𝘂𝗺𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶....
Waa'ee nama dhunfaa wal biratti hin haasawinaa! Jaalallee tee/kee tan dur adda baataniin haa ta'u namuma biraa tokko isiin/inni nama akkanaaf akkasiiti jettanii waa'ee nama dhunfaa wal biratti haasawuun miira keessan wal hin jeeqinaa. Kun waan akkaan miira nama lama kan wal jaalatuu san jeequudha— Jeequumsa sammuu of jiddutti hin uuminaa. 💍💍
Jaalalli dhugaan 🌡️furrttu nagaaf boqoonna haara galfii biyya lafaati ! Jaalali nagaa barbaadaa nagaa waliif laadhaa! 🙏follow godhi darbi
𝔩𝔦𝔨𝔢 𝔣𝔦 𝔠𝔬𝔬𝔪𝔪𝔢𝔫𝔱𝔦 𝚐𝚘𝚍𝚑𝚒 𝔤𝔞𝔯𝔯𝔞𝔪𝔲𝔪𝔪𝔞𝔡𝔥𝔞𝔫!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa