Gammachuu said Gadaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gammachuu said Gadaa, Health/Beauty, Sheger city, Addis Ababa.
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN👈
================================
▪️Karoora kee.
▪️Dadhabina kee.
▪️Kufaatii kee.
▪️Iccitii kee.
▪️Sochii kee kan fuul-duraa.
▪️Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.
JAHAN KANA AMMOO HUBADHU! 👈
▪️Yaadi malee hin dhiphatin!
▪️Nama irraa baay'ee hin eeggatin!
▪️Dandeettii keetti fayyadami!
▪️Dogoggora kee irraa baradhu!
▪️Ofitti amani!
▪️Dandeettii kee beeki
13/11/2023
10/11/2023
Handhuura biyya koo oromiyaa
10/11/2023
Oromiyaa biyya koo sin jaaladha biyya koo harmee
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Sheger City
Addis Ababa