oromia
oromia
11/05/2024
11/05/2024
Ministirri Muummee Abiy Ahimad hiriira deeggarsaa magaalaa Naqamteetti gaggeefame irratti argamuun Uummatni Wallaggaa sababa rakkoo nageenyaan misooma dhabeera jedhan.
Uummata kanaaf mula'ata qaban jechuunis dubbatan.
https://bbc.in/3QDTi30
11/05/2024
Fuulham 0/1 Maanchister Siitii-daqiiqaa 30 darbeera.
Jooshoo Giivaardiyool galchii jalqabaa lakkoofsise. Fuulham keessa taphattota duraanii Arsenaal sadiiti jira. Karra eegaa Bernaad Leenoo, Aleeksi Iwoobii fi Wiiliyaan. Qabxii kana jijjiiruu laata?
👉👉 https://bbc.in/3V5Pme5
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa