Jaal mo.ii
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jaal mo.ii, Health/Beauty, Oromiiyaa, Ambo.
03/07/2025
Falmataa ummataa ABO ta'anii kaayyoo koo gurguree hin bulle garaanii otoon lubbuun Jiiruu nafxanyaa godaantuun hindhaaltu biyyako
Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu natti dhaga'ama! Zalo Debala, Hojii Garii, Nejat Yasin, Imaana Jaallan Waaregamte
Afaan Amaaraa akka qaroomina tokkooti ilaaluun Oromoodhaaf bu'aa qaroominaa osoo hin taane bu'aa gabroominaati
Siif haa galu.
Hirmaataa olaanaa ta'uu kee fi tarree hirmaattota koo torban torbaniin keessa galuu keetiif galatoomi! Gutama Qanani, Adam Oromo, Gamashu Hasan
Irraa deedeebinee waamichaa goonaaf ijoollee oroomo woraaana bilxigiinnaa keessaa jirtaanif.
Irraa deeddeebidhaan isin waamna ijoollee oroomo woraana PP keessaa teessaan quuqaama saba keessaanif qabdaanif..inni oroomo woraanuudhaaf deemuu ammoo gaati isaa ni argaattuu..
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Oromiiyaa
Ambo