Hayiluu Addunyaa Warra Dagaa

Hayiluu Addunyaa Warra Dagaa

Share

Jetteree Yaa waan kolfaa ko

21/10/2022

Oromoon wal jaalataa,waliifis ni yaada Aadaa fi safuu isaas ni kabaja.yoo badee wal barbaada.yoo du'e wal hawwaala.yoo dadhabe wal jabeessa,yoo dhabe waliif kenna.sirna sirna ittin Aadaas kabajee kabachiisa.yoo Ongeen ammate galgala waaqayyoo kadhate ganama rooba argata.

Qalee wal nyaachisa,afee wal raffisa.afaani fuudhe afaan wal kaa'a.yoo bade wal barbaade wal arga rakkoon jiraannan waliif birmata.Oromoo biratti Ormi ykn gandi biraalle hin rakkatu.daboo waliif qota; daboo waliif meesa.daboo waliif haame daboo waliif calleessa.nagaa waliif kadhate nagaadhanis biyya tiksa.akka amma kana Sabniko garaa walitti hin jabaatu ture.wal mararfata.Oromoo biratti ani sangaa hin qabu jedhee maasiin nama tokko osoo hin qotamiin lafa hin ba'u.ijoolleeen harka qalleessaalle ammuma warra yaase qotatee baase elmatu jiraatu.ijoolleen Ollaa tokko osoo waliin jiranii yoo kan ofiitif nyaata kennuu barbaadan walumaan waamani kennuuf. Ijoollenis Aadaa fi safuu warri waliif qabu ilaalte guddatti.asheeta waliif cabsu;bareeda waliif hawwu.

waliif kadhatu yoo ijoollee dogoggorte guyya walitti buute galgala waamanii Araarsani harka wal dhungachiisu.deebitani akka wal hin lolle jedhanii ijoolle waada galchu.mana nama tokkootti farsoon yoo naqamee Ollaa hunda osoo wal hin ga'in farsichi dhugamee hin dhumu. amma hin jiru.firris garaa walitti jabaate,namni jette jetteen biyyee keessatti wal darbata.wal rakkisuufis karaa ittiin fuuchaa argatan barbaaddatu.wal tuffachuufi walitti ammachuunis baay'acha dhufe.Aadaa Itoophiyaanotas dhiifne kan Awurooppanota hordofuutu dhufe.kan Oromiyaas dhiifne kan Afrikaa hordofuutu dhufe.Aadaa Oromoon yoo wal lole ittiin wal Araarsu dhiifne Aadaa Afrikaa Booku Aaraa YKN ijoollee Iyyeessa butanii ykn ukkaamsani horii nama gaafachuutu dhufe.

firri yoo du'e lafa fagoo deeme wal hawwaala,waliif boo'ee wal geggeessa amma firri bakka jiru wal hin beeku.fagoo deemani wal hawwaaluun afee jira. nuf deebisi rabbiiko.

22/04/2022

waanta hunda arguu dandeessuu Abdii ke hin kutiin. Addunyaa kanarra kan Abdii dhaloota kutan hedduun jiraatus Addunyaa kana keessammoo waanti arguuf jirtuu lakkoofsaan olidha.waanta hunda arguuf qabaadhu.

11/04/2022

good

18/10/2021

Rooba argate jedha oduun,galatakee jennakaa yaa rabbi

17/09/2021

Yaa Guttoo,qorii Mana jalaa
Guttootti goruun miila of waraansisuufi.gita ofio malee dhaabbachuufi socho'uunis qaaniif nama geessisa.

hin barreef fooli fuuta.kan garaatti quufu hin hin sodaatu dhuufuu alaaka dhufee alaaksisanii galchu, deemuu malee duubaatti deemuu fi gita malee socho'uun nama salphisa.

14/09/2021

Yaa Baraa Ormas garaa jajjabeesse anaanis akkasuma nataasise!

12/08/2021

Good Chance is greater then Ability

02/08/2021

ka Yaa Toltuu Tollaanii!

18/07/2021

What is your idea?

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Ambo