Kirubel moke
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kirubel moke, Health/Beauty, Oromia region, Ambo.
JAALALLI MAALI?
NAMA JAALLATTE BEEKTAA?yKN JAALATAMTEE BEEKTAA?yOO JAALATTE MAAL NAMAAT JAALATTA
Ilmi namaa kamuu jaalala qaba.namni guyyaa dhalatu irraa kaasee jaalalaan jiraachaa guddata.jaalalli maatii irraa kan jalqabu yoo ta'u bakka sasitti qoodama
1/ jaalala maatii
2/jaalala hiriyaa
3/ jaalala biyyaati
✔Qabxii 2ffaa irra kan jiru jaalala hiriyaa irratti haa xiyyeeffannu
-ilmi namaa dhalatee erga guddateen booda fedhii qaama isaa faallaa ta'een walitti dhufuu fi hariiroo jaalala umuutti jalqa.jaalala hiriyummaa irraa ka'uudhaan gara jireenya waaliin dhaabbachuu gaa'eela taasifachuutti adeema.
TA'uUS NAMNI TOKKO MAAL NAMAAT JAALLATA?
Akka ilaalcha namoota baay'eetti jaalalli wanta ta'e nama irraa kan jaalatan itti fakkaata. Hiikaan jaalalaaf kennanis waan argan nama irraa jalachuu ittii faakkaata fknf dhirri tokko dubartii bareedina fuulaa baay'ee hinqabne takka yoo jaalate,namoonni baay'een mee eessa isheetu bareeda ?jedhanit namarratti odeessu .
Akkasumas yoo dubartiin takkas dhiira hiyyeessa qabeenya hin qabne jaalatte mee maal isaat ilaaltee jaalatte?maal irraa fuuti?jedhaanii yeroo miira namaa tuqan ni mul'ata.sagaleen waaqayyoo akkas jedha yaa'i 1:9 obboleessi hiyyummaan gad deebi'e, waaqayyo duratti ol qabamuu isaatiin of haa jaju.! inni soorummaan ol ka'e immoo akkuma daraaraa margaa waan darbuuf waaqayyo duratti gad deebbifamuu isaatiinof haa jaju.biiftuun ni baati bulluqni ishee irraa dhufu ni guba, innis margichaa ni coologsa, daraaraa isaas ni harcaasa, miidhagummaan daraaraa sanas ni dadhabu sana wajjiin gad ni bada jedha.sooreessi tokko mootummaa waaqayyo galuu irra gaallii qaawwa lilmoo keessa ba'uutu salphata jedhe mar 10:25
JAALALA JECHUUN KAN NAMA JAALATAN MAALE, KAN FAAYIDAA WANTA ARGAMUU FI DHABAMUU DANDA'uUN WAL MAADALAM MITI(mata duurre kanan waalitti deebiina nagaan turraa agasittii gaalani waaqayyoof yaa ta'uu).
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Oromia Region
Ambo