Naffee Man

Naffee Man

Share

I'm Dev Muaz.H

Photos from Naffee Man's post 10/04/2026

✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti,
Barattoonni Yuunivarsiitii Ethiopia 🇪🇹 Freshman hundi keessanuu Baga Gammaddan Isiniin jenna! 🎉

Maarree, Barattoonni Qaxaleen keessan Application “Freshman Ethiopia” jedhu,
👉 Kan bifa ajaa'ibaatiin qophaa'e
👉 Akkasumas haala technology waliin walqabsiisuun
👉 Bifa hawwataa ta’een kan hojjetame waan ta’eef

Kanaafuu waa’ee Application Freshman Ethiopia irraa ni dubbanna yoo jenne,
⏳ Yeroon waan nuuf hin geenyeef,
📸 Application keessi isaa bifa suuraa armaan gadii irraa argitan kana fakkaata.

📌 Odeeffannoo bal’aadhaaf, akkasumas Application argachuuf
👉 Link Telegram keenyaa comment jala isiniif kenna.

📲 Akkasumas barattoonni Application kana fayyadamuu barbaaddan,
👉 Kallattiin “Haloo” jettanii nu argachuu ni dandeessu.

📍📍 Contact keenya:

➡️ 0944595255 — Muaz
➡️ 0979005248 — Haile

Erga hanga kana dubbanee,
Qaalii namaa kan maxxansa kana argite waan biraatii miti 👍
👉 Comment fi Share gochuun akka nu jajjabeessitan abdii isinirraa qabna.

🙏 Kanaaf kun nuuf jalqaba malee xumuraa miti isin jechuu barbaanna.

💙 Guddaa nuuf galatoomaa!

https://t.me/freshmanethiopian/16✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti,
Barattoonni Yuunivarsiitii Ethiopia 🇪🇹 Freshman hundi keessanuu Baga Gammaddan Isiniin jenna! 🎉

Maarree, Barattoonni Qaxaleen keessan Application “Freshman Ethiopia” jedhu,
👉 Kan bifa ajaa'ibaatiin qophaa'e
👉 Akkasumas haala technology waliin walqabsiisuun
👉 Bifa hawwataa ta’een kan hojjetame waan ta’eef

Kanaafuu waa’ee Application Freshman Ethiopia irraa ni dubbanna yoo jenne,
⏳ Yeroon waan nuuf hin geenyeef,
📸 Application keessi isaa bifa suuraa armaan gadii irraa argitan kana fakkaata.

📌 Odeeffannoo bal’aadhaaf, akkasumas Application argachuuf
👉 Link Telegram keenyaa comment jala isiniif ken

31/01/2023

Tanas Taatu Sanas Taatu wanti hin Oolle waanuman Oollee

13/01/2023

Jirra jirtuu oro too qaqqaalii

20/11/2022
20/11/2022

You are what you eat

19/10/2021

If God says we will see one Day

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Asebe Teferi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Chiro
Asebe Teferi