Taddese Gezaheng

Taddese Gezaheng

Share

Gov.Employer

27/08/2024

Namni gariin waan ganama guduufate galgala hiikkata!!!
Gala keenyas, Galgala keenyas Rabbi nuuf hatolchu.

26/08/2024

Hiriyyummaa cimaa jechuun guyyuu waliin haasawu qofa osoo hin ta'in, haaluma hunda keessatti waliif amanamuudha.

26/08/2024

"Waan sanas nan dharra'a, waan sunis nadhukuba" jette___________n. Waa mi'eefattee.

26/08/2024

Miidhamtee jiraattus
Miidhagdee jiraattus
Jireenyi Addunyaa Koontiraata.
Kanaafuu hanga lubbuun jirtu Gaarii hojjadhu💕!!

Photos from Oromia Communication Bureau's post 26/08/2024
Photos from Taddese Gezaheng's post 16/08/2024

Shagarii Hulaan Shaan Banadhaa essattii Argee Sii Barbadaa Baredaa Qaloo Ijaa Kulaa,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,

04/08/2024

Gaazexeessaa Anwaar Jamaal dorgommii Gaazexeessitoota jajjaboo bara kanaa irratti dhiyaatee dursaa akka ture ni yaadatama.Dorgommiin kun amma sadarkaa karaa ergaa gabaabaa sagaleen kennamu irra gaheera.Kanaafuu lakk ergaa gabaabaa 9153 irratti MA62 galchuun qopheessaa qophii Caayaa Aniwar Jamaaliin filadhaa.🙏🙏🙏

31/07/2024
31/07/2024

Aangoon siif kennameen qajeelfama jiruun rakkoo uummata hiiktee jijjirama kaleessa caalu har'a hin fiddu taanaan Ati siidaadha✓

31/07/2024

gurguddoo 4n Damee Qonnaa

1. Wabii Nyaataa Mirkaneessuu
2. Alergii Guddisuu
3. Carraa Hojii Babal'isuu
4. Oomisha Biyya Alaatii Galu kan
Biyya Keessaatiin Bakka Buusuudha.

Category

Telephone

Address


Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Taddese Gezaheng posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Asebe Teferi.