Meyraa Ahmed
Oromummaan faaya
halkan 7bafan gehe
Yaa rabbi nama ati irra
jaalatterra nu
godhi
Rahmata keetiin
Assalaamu wa'aleykum warahmatullahi wabarakaatu
Jaalatamtoota
Kiya ka naman yaanne.
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Magarsa Ahmeed, Arebo Mohammed
Nama jaalala khaaliqaa yeroo hunda argatu
nu haa taasisu
Aamiin
14/08/2025
Shekni keenya sheikhJamaal Aliyyii guyyaa arraa
Yuunvarsiitii America Minisootaaa Damee Ethiopia Irraa Digrii jalqabaatiin eebbifamanii jiru
Sheeka kiyya Congra Baga gammadde siin jechuun barbaada tee oluma. Tee oluma naa je’aan mee Warri akka kiyyaatti jaallattan
Asalaamu wa'aleeykum waramattullahi
wabarakatuhu
Hawaasa kabajamaa.
Sunnaa nabi Mohammed jala deemu
Rabbiin nuf haa
Laffisu,
Salallahu Aleyhi wasallam ❣️
salallahu Aleyhi wasallam ❣️
salallahu Aleyhi wasallam❣️
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Wachu
Asebe Teferi