HUBEE

HUBEE

Share

ibsa

18/04/2025
28/01/2025

Waliin Jamii'uu sunna – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 4f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

21/11/2024

Namoonni siyaasaafi paartileen ajjeechaa suukaneessaa Darraatti raawwate balaaleeffataa jiru. Eenyu maal jedhe?
↪️ https://bbc.in/48XyUln

23/10/2024

Akkam bultan hordoftoota keenya?
Mammaaksi har'aa akkas jetti.
Hiika mammaaksa kanaa nuuf barreessaa!
Odeessaalee keenya argachuuf: bbc.com/afaanoromoo

23/10/2024

Finfinnee dabalatee magaalota gurguddoo Itoophiyaa kannen akka Jimmaa, Gondar, Dirre Dawaa fa'aa keessa bakkeewwan jechoota Xaaaliyaanin mogga'an jiru.
Xaaliyaanottiis bakkeewwan maqaa magaalota Itoophiyaa kanaan moggaafaman jiru.
Kuni akkamiin ta'e?
https://bbc.in/3Ajmc3d

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Asebe Teferi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Daandii
Asebe Teferi