Qotee bulbs
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qotee bulbs, Health/Beauty, Ciroo, Asebe Teferi.
Mohammad Hassan 50 hw a9 85 1252
14/12/2021
ቴድሮስ አድሃኖም 1.2 ሚሊዮን ነፍሳትን ለመናፍስቱ አስገብሯል!! ይጠየቃታል!! Abiy Yilma, ሳድስ ቲቪ, Ahadu FM, Fana TV Abiy Yilma Media ....ሣድስ ቲቪ .......በጠቅላላ ዕውቀት እና የሥነምግባር ሳይንስ ላይ የሚያተኩር የቴሌቪዢን ፕሮግራም ነው፡፡ በአሐዱ ቲቪ ዘወትር እሁድ ምሽት ከ2፡00-3፡00 እጅግ አስተማሪ ፕሮግራ.....
09/12/2021
👉Aaga Dhagayaa‼️
Wixineen Duguggaa Sanyii (Genocide) Tigraay Haqame.
⭕️Koongiransiin Ameerikaa seera hayyama biyyoolessaa raayyaa ittisa biyyattii irratti Itiyoophiyaa yakkuu dandeessissuu 'duguuggaa sanyii Tigraayi' jedhu wixineen labsii fooyya’iinsaa fudhatama osoo hin argatin kufaa tahuun dhagahame.
⭕️Manni marii Itiyoo~Ameerikaa (EADC) akka hubachiisetti bulchiinsi Pirezidaantii Baaydeen Itiyoophiyaa yakka waraanaatiin himachuuf yaadee wixinee ji'ootaf qopheessaa ture fi dhiheenya mirkanaa'uuf ture foyya'iinsi Labsiin duguuggaa sanyii Tigraay hayyama seera raayyaa ittisa biyyoolessaa irraa haqameera.
⭕️Kunis sadarkaa kana gahuu kan danda'e Lammiileen Itiyoophiyaa fi Eertiraa darbees lammiileen Afrikaa sochii finiinsuun, Miseensota Koongireesi Ameerikaatiif bilbiluun, Email barreessuun, akkasumas hiriira mormii irra deddeebiin bahuun ijibbaata olaanaa taasisaniin akka tahe manni marii misoomicha ifoomseera.
Irraa Odeeffadhee Afaan Oromootti Jijjiire.
Hussein H Wayyuu
30/09/2021
Namni hojii jaalatu waan hojjetu hin dhabu
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Website
Address
Ciroo
Asebe Teferi