Ityopaya
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ityopaya, Health/Beauty, Dhugaa, Asebe Teferi.
24/11/2025
18/11/2025
Abuja, Nigeria 🇳🇬 ♥️
ika
23/10/2025
"Qaamni saalaa koo halkan ka'aa bula ganamas na dura ka'a. Kun rakkoo fayyaa ta'uu danda'aa?"
**********************************************
Qaamni saala dhiira ga'eessa tokkoo halkan tokkotti yeroo 3 hanga 5 ka'aa. Yeroo ka'e kana daqiiqaa 25 hanga 35 tura. Yeroo tokko tokkos odoo karaa deemanii, odoo taa'anii, odoo nama wajjiin dhaabbatanii, odoo walga’ii gaggeessaniifaa wanni miira/fedhii namatti kaasu tokko odoo hin jiraatin cal jedhee dhaabbachuu danda'a. Ganama Ganamas hormooniifi dhiigni qaama saalatti yaa'u waan dabaluuf ka'ee dhaabbata. Kun fayyummaa waan ta'eef qaana'us ta'ee baayyee cinqamuun hin barbaachisu. Yeroo inni ka'e kanatti dhoksuuf olii gad mimicciirun, ol deebisanii qabattoon/waraansilleen hidhuun qaama saalaa keessan rakkoof saaxiluu danda'a waan ta'eef gocha akkasii irratti raawwachuun hin barbaachisu. Hojiin isaa ka'uudha waan ta'eef ka'uun fayyummaa yoo ta’u ka'uu diduun ammoo rakkoo fayyaati. Garuu ka'ee sa'aa 4 ol yoo kan turu ta'e rakkoo fayyaa ta'uu waan maluuf gara mana yaalaa deemun barbaachisaadha.
**********************************************
Ulfaadhaa! Fayyaa ta'aa! Fayyaa dahaa!
©️ Dr. Hamza Jemal
With Jaalalti Habiibi Na Bojite – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Telephone
Website
Address
Dhugaa
Asebe Teferi