Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.
Waaqii kiyya naaf gahaadha.
Harkii hojjattu hin kadhatu. Oromia Communication Bureau Oromia Prosperity Party / OPP /
02/09/2026
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Aliyyi Abdalla, Alexander Bale, Goofare Tadese
02/09/2026
Aanaa Eel-wayyee Ganda Horbaatteetti Loojistikiin Diinaa Rasaasni1403 Dabarfamuuf Socho'aa Ture To'atame.
KAE- Eel-wayyee, Hagayya 27, 2018 - Godina Booranaa Aanaa Eel-wayyee Ganda Horbaatteetti Loojistikiin Diinaa Rasaasni 1403 dabarfamuuf socho'aa ture eeruu Uummataa fi hordofii qaamolee nageenyaatiin to'atameera.
02/09/2026
Yunivarsiitiin Booranaa Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Taasiseera.
Hagayya 27, 2018 Godina Booranaa Aanaa Dirreetti Yunivarsiitiin Booranaa deeggarsa meeshaalee barnootaa Dabtaraa Darzana 170, Qalamaa 13 pack Qubeessaa 42.5 pack, Qartuu 21.2 pack taasisaniiru.
Meeshaaleen deeggarsaa kunneen bakka Hoogganaan Waajjira Barnootaa Aanaa Dirree Aabba Waaqoo Diidaa argamanitti Waajjira Barnootaa Aanaa Dirreetti dabarsanii kennamaniiru.
Hoogganaan Waajjira Barnootaa Aanaa Dirree Aabba Waaqoo Diidaa Yunivarsiitiin Booranaa deeggarsa meeshaalee barnootaa taasiseef galateeffataniiru
02/09/2026
“Harka namaa eeggachuu irra, harka keenya hojiifi ol kaasuun gara fuulduraatti tarkaanfanna!”
Following Love @
02/09/2026
26/08/2026
Yaa'iin Sikkoo Mandoo Dhaddachaa Murtii Haaromsuu Wiirtuu Madda Walaabuu Godina Boorana Bahaa Ardaa Maddaatti jalqabee jira.
Barri quufaaf Gabbinaa! Nagee!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Website
Address
Jimma, Oromia Region
Awassa