Anuu Anusha
Harkka funee akkam jirtuu baga ngyan dhuftan
02/08/2024
Masha allha jedhani saibni kiyya rifenssa xa,hoo nam-tolchee itti naqee rifensii issa margeefi warii malaxa qabdan bagaa gamadan congratulations 🤣🤣🤣🤣🤣🙆🫡 zenuu
02/08/2024
Diree Dawa city
Kadiir juhaar is good
16/06/2024
Bagga guyya kanan si gahee obolessa ko qalii.
Mubarik Musama Mubarik Musama
10/06/2024
Namnii akka kiyati tiktok account 4 ji,aa 1 kesati jala gubate ni jirrame🙆🙆🙆
07/06/2024
Pls subscribe naf godha Anusha Tube
01/06/2024
🤣🤣🤣🫵namni isin asiratii agartaan kun
Anii lamiin tiyya faranjii guratidha jechudhan kan bekame yoo tahuu amma garuu anii oromodha jechun dhagahame sanifuu to,anna midiyaa kenyaa issa yero amma kan maqan issa tiktok jedhamun qabamee jirra🤣🤣🫵🙆🙆🙆
27/05/2024
Abba gotta Kadir martuu hidharra hikamu qabba🙅🙅🙅🙅free martuu simale
🤣🤣🤣Ayii Anii gaffa durra afan Arabba hin bekne san arrabtichi tokko Ant taibqqa duqduq nan jenan wan motorra ofii nan jedhu sahe eywwa jedheni qulfi motoratifi qulfiin mana issa waliti hidha jirti irra yeron an irra fudhu garra mana demuu na sehe yaa harrami atti balagedha nan jedhe🤣🤣🤣🤣🙆🙆🙆🙆🙆
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Dire Dawa