Murteessaa haqaaf jirra
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Murteessaa haqaaf jirra, Beauty, cosmetic & personal care, Dire Dawa.
Nageenyi Sammuu keenyaa wabii jireenya keenyaatii fi madda Gammachuu keenyaati
✳️.Inni rafaa jiru kuni ampuulii gubatteedha!
~~~~~~~~~~~~~~~
Barattoonni daree yeroo hundaa
ni jeequ. Kanaaf, guyyaa tokko barsiisaan gorsuu eegalee ijoolleen, ‘’Ijoolle barsiisaa kabajaa! Barsiisaan ifa isiniif kenna! Isin dungoodha, ni’iftu. Barsiisaan humna maddisiisaa akka jenereetaraati. Isin akka fakkeenya ampuuliiti.’’ jedheen.
Yeroo barsiisichi akkatti barattoota sanneen gorsaa ture sana barataan tokko immoo hindhagahu ture. Sababni isaas, daree keessatti rafaa ture.
Yoo tana mucaan baraticha rafu maddii taa’aa jiru tokko harka baasee, ‘’Barsiisaa ati jenereetara yoo taatu nuti immoo ampuuliidha; inni rafaa jiru kun hoo maal jedhama?’’ jechuun barsiisicha gaaffii gaafate.
Barsiisichis deebisee, ‘’Inni rafaa jiru kuni ampuulii gubatteedha.’’ jedheen jedhama.
👉Eeyyeen, inni rafaa jiru ampuulii gubatteedha! Obboleessoo, obboleettii hinrafinii, jijjiiramaaf onnadhu!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Website
Address
Dire Dawa