Clinical Pharmacy

Clinical Pharmacy

Share

Fayyaan faaya Anwar pharmacist follow godha

18/08/2020

Qeerroon yeroo mormii gaageessu wan toota armaan gadii kana fayyaadamu qaba.
======================
1 maskii kawwachu qaba fayyaa isaatif.
2 Biishaan qabaachu qaba yeroo policiin bonbii chemicala darbiitu akka hin jaamne fi hin uukamaamnef si gargaara.
3 alkooli fi faasha qabaachu qaba. Yoo namnii rukkutame akka dhiignii keessa dhumneef wallansa jalqaba kannu qabaf.
4 Ijoollen waggaa 15 gaadii hiriira irratti argaamu qaban.

Fayyaan faaya by, Anawaar follow naf godha 👉Anwar pharmacistii kan jadhu kana!

25/06/2020

Kiiniinoota dhukkubii mata dhaban jadhame kan fayyaadu keessa.
1 parectemol anti pain dha yeroo dhukkubbi sitti jirtu qofa fayyaadamtan. Dosiin isa yoo dargaagessa taate 500 mg fayyaadamta. Yoo ijoolle taate 250mg fayyaadamtan.
2 panadol isa jadhamudha Innis anti pain keessa isa dhukkubbi mataatif tajaajiludha
by Anawaar pharmacistRép Bþy HaƙaƙRép Bþy HaƙaƙRép Bþy Haƙaƙ

12/06/2020

Qubaaf qubeela yoo jenne, harkaaf_______jenna.
A. Ambaarri
B. Gumee
C. Micciirraa
D. Hunda

10/06/2020

Haguugduu Afaanii ( Face Mask) kan Godhachuu Qabnu Yoomi.?

1 Namni fayyaan mallattoo hin qabne kan maskii godhachuu qabu yoo nama dhukkuba sanaan qabame kunuunsaa jira ta'e qofa dha!!
2 Namni dhukkuba sanaan qabame ( qufa fi haxxiffuu) ammoo nama biraatti akka hin dabarreef godhachuu qaba.

Akkamitti Fayyadamuu Qaba.

1 Yoo maskii godhannu ammoo maloota ittisaa ( harka dhiqachuu) ealiin malee maskiin qofaan akka waahin fayyadne beeku.
2 maskii yoo fayyadamnuu seeraan faaya damuu.
* Maskii godhachuun dura harka keenya sirriitti bishaaniif saamunaa dhiiqachuu qabna.
* Maskii yoo faayyadaamaa turree ofirraa baafnu karaa fuulduraa dhiisnee karaa duubaa ( gurra keenya irraan) baasuu.
* Maskii erga ofirraa baafnee booda harka keenyaa saamunaa fi bishaaniin sirriitti dhiqachuu.
* Maskii takkaa fayyadamne lammata deebinee fayyadamuu dhiisuu.

Follow mi 🙏

09/06/2020

PARACETAMOL

- Relieving mild to moderate pain, such as.

Headache
Migrane
Toothache
Teething
Sore throat
Earache
Period pain

Drugs Used For Migraine Headache - DrugsBank 09/06/2020

Drugs Used For Migraine Headache - DrugsBank Migraines are severe, debilitating headaches which are usually characterized by an intense throbbing in 1 region of your head. Check Drugs Used For Migraine

08/06/2020

Itoophiyaatti sa'atti 24 darbe keessatti namoota 4775 corona qorataman keessaa namoota 136 irratti argame jira

07/06/2020

Waa'e fayyaa keessani irratti gaafi qabdan gaafachu dandessan.

07/06/2020

Caba qaama saalaa Dhiiraa( pe**le fracture) Dhiira qofaf

Qaamnii saalaa dhiiraa cabuu ni danda'aa? Eeyyeen nii danda'a kunis kan uumamuu danda'u qaamni saalaa dhiiraa yeroo fedhii salaatiif kaka'ee jadhutti humni gar maleen yoo irratti dabalame yookiin haalli quunnamtii saalaa itti raawwatan sun ba'aa dabalataa yoo qaama saalaa irratti uume cabuu ni danda'a!

√ Yeroo cabus sagalee dhageesisuu irratti dabalataan dhukkubbii , dhiita'uu fi bocaan dabuu nii qabaata! Kanaaf of-Eeggannaan gaafa qaamni saalaa fedhiidhaf kaka'u godhamuu qabuufi gaafa quunnamtii saalaa raawwata haalaan taasifamuu qaba.!!

Fayyaan qabenya pegii keessan kana follow godha

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Dire Dawa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Dire Dawa
13420