Of Tahi Tube
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Of Tahi Tube, Health/Beauty, Dire Dawa.
23/10/2022
Pictures of the today
23/10/2022
🌹Wantoota Ibidda Irraa Si Baraaru Ni Beeytaa ?🌹
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1~Rabbi sodaatuu.
2~Haadhaa fi Abbaaf tola ooluu.
3~Salaata yeroo irratti salaatuu.
4~Wuduu'a godhatuu, keessattuu yeroo lubbuun jibbitu.
5~Zikrii baayyisuu.
6~Haalaa fi Amala gaarii qabaatuu.
7~Soomana soomanuu.
8~Dafanii janaabdaa ofirraa dhiquu.
9~Hajjii fi umraa godhuu.
10~Fira maxxanfatuu.
11~Waan gaaritti nama waamuu, ofiifis gaarii dalaguu.
12~Hamtuu irraa nama dhoorkuu, ofiifis hamtuu irraa dhoorkamuu.
13~Rahmata Rabbii kajeeluu.
14~Sodaa Rabbiitiif boohuu.
15~Gara Rabbitti yaada toluu.
16~Salawaata nabirraatti buusuu baayyisuu.
17~Jecha "Laa Ilaaha illaLLaah" jedhu
jechuu baayyisuu.
__________________
Rabbi Nagaya Isin Haa Baasu
Du'aa'ii keessan gaggaarii keessatti nu hin dagatinaa!
23/10/2022
Haala gaariin Namaa wajjiin jiraadha jedhe
Rasuuli (S__A__W)
15/10/2022
Jaartii salaata halkaniif hirriibaa sikaaftu, Yoo ka'uufii didde bishaan sitti facaastu Rabbi siif haa kennu!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Dire Dawa