Leeqaa Gamaa

Leeqaa Gamaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Leeqaa Gamaa, Health/Beauty, Dire dawa, Jimma.

10/04/2026
10/04/2026

| Iraan injifannoon akka galte labsiteetti! 🚨
Manni maree nageenya biyyoolessaa Iraan: Ibsa waraana xumuruu irratti "waliigalteen Islaamaabaaditti murtaa’e, Injiffannoo guddaa galmeesisneerra. Akkasumas Ameerikaan proposaala qabxii 10 qabu akka fudhattu dirqamsiifne jirra" jedhan! 👏

odeeffannoon waaktaawaan dafee akka isin bira gahuuf fuulbarruu Rais Abdurahman follow godhaa hordofaa

10/04/2026

danda’uun sirna barnootaa irraa jalqaba
*****************

Qaamni of danda’uu galma godhate sirni barnootaa isaa bitattuu fi hordoftuu osoo hin taane, dhaloota dursee deemuu fi uumuu danda’u oomishuu isaa mirkaneessuu qaba.

Iraan manneen barnootaa amantii saayinsii ammayaa waliin qindeessuu isheeti; qindoominni kun barnoonni dhimma hafuuraa qofatti osoo hin hafin biyya akkamitti bulchuun akka danda’amu akka dabalatu taasiseera.

Milkaa’ina ariifachiisaa argachuuf biyyi kamiyyuu saayinstoota fi mijaahisota (engineers) isaaniitiif kabaja guddaa fi carraa hojii kennuu qabu. Iraan saayinstoota ishee alatti baratan kabaja guddaadhaan gara biyyaatti deebifti; kun ammoo sammuu isaanii faayidaa biyyaa fi hawaasaaf akka oolchan isaan godheera.

Biyyoonni galaanaa hayyoota isaanii kabajuun baqannaa sammuu (brain drain) dhaabuu qabu.

Akka Iraan keessatti godhametti biyyoota Sunnii keessattis geggeessitoonni amantii "teeknoolojii barachuu fi of danda’uun qaama 'Ibaadaa' (amantii) ti" jedhanii barsiisuu qabu. Kun yoo ta’u miirri teeknoolojii sodaachuu ni bada; amantii fi saayinsiin ammayaa dhimmoota walitti hin buune ta’uu isaanii agarsiisuun bu’uura jijjiiramaati

Ahmedin Jebel

10/04/2026

Oduu Hatattamaa 🚨‼️

Xiyyaaronni waraanaa Paakistaan Iraan Baandaar Abbaas irratti jila Iraan eeggatee gara Paakistaan osoo deemaa jiranii akka mul’atan himameera.

— Humni Qilleensaa Paakistaan, gidduu seenuun Israa’el ta’uu danda’u kamiyyuu yaaddoo uumameen, jilli kun nagaan akka darbu mirkaneessuuf, kutaalee Iraanii fi Galoo Galaana Pershiyaa irratti gaachana qilleensaa eegumsaa, xiyyaarota waraanaa fi deeggarsa hordoffii AWACS’n deeggaramee akka kaa’e himama.

Madda oduu kanaa asiin gaditti dubbisi

— Jilli Iraan Af-yaa’ii Paarlaamaa Iraan durfamu jedhame kun, Ameerikaa waliin mari’achuuf galgala kana Islaamaabaad ni ga’a jedhamee eegama.

Reuters, Xinhua, ANI fi maddileen haasaalee addunyaa kan biroo akka Reuters fi The Tribune India jedhanitti, jilli Iraan Paarlaamaa Iraan durfamu (Speaker Mohammad Bagher Ghalibaf / Qalibaf dursanii) galgala kana (Thursday, April 9, 2026) Islaamaabaad galuu eegama. Mariin kun Ameerikaa (US) waliin ta’uuf kan qophaa’e yoo ta’u, Paakistaan gidduu seenuun (Pakistan-brokered) kan ta’e fi Iran’s 10-point proposal irratti hundaa’e. Mariin guyyaa borii (Friday, April 10) Islaamaabaaditti taasifamuu malu jedhame.0e83bd
Ambasaadarri Iran Paakistaan (Reza Amiri Moghadam) X irratti oduu kana dhiyeessuun “galgala kana Islaamaabaad galuun marii cimtuu ta’u” jedhee himuun isaa beekama. Garuu booda post isa sana haquun (delete) haala yaaddoo uume — kunis mariin akkaataa itti deemuu danda’u irratti shakkiin jira jedhu maddileen haasaalee.362950

10/04/2026

: 🇮🇷 Pireezidaantiin Iraan duraanii Mahmuud Ahmadinejad dhugaa amanamaa Ameerikaatti himaniiru. Innis akkas jedha, .

"Addunyaan kana booda sabni tokko hiree namoota biroo hunda galaana gama biraatiin akka murteessu hin fudhattu. Sirni doolaaraa fi dhiibbaa waraanaa irratti hundaa'e dhama'eera. Waashingitan kufaatii ofii irraa of qusachuu yoo barbaadde jecha ‘kabaja’ jedhu barachuu qabdi.Nuti kolonii miti-nuti qaroomina waggoota kumaatamaan lakkaa'amudha. Haleellaan isaan biyyee Iraan irratti raawwatan hundinuu dhuma dhiibbaa isaan kana irratti qaban saffisiisa gama addunyaa.”

22/03/2026

Oduu Ammee : Miliyoon Dirribaa Jedhamuun Kan Beekkamu Akkuma Yeroo Garagaraatti Amantoota Adda Addaa Arrabsu Ji'a Ramadaanaa Irraa Jalqabee Amantii Muslimaa Fi Ergaa Rabbii Nabi Muhammad S.A.W Jecha Fokkotaan Arrabsuu Hordofee Galgala Edaa Keeniyaa Naayroobii Keessatti Qeerroon Mana Isaa Hulaa Cabsuun Itti Seenanii Tarkaanfii Laaleessaa Erga Irratti Fudhatanii Booda Poolisii Keeniyaatiif Dabarsanii Kennanii Jiru. Santu Seera! Yeroo Qeerroon Naayroobii Miliyoon Dirribaa Hulaa Cabsuun Itti Seenanii Tarkaanfii Laaleessaa Irratti Fudhachuun Poolisii Keeniyaatiif Dabarsanii Kennan Asii Gadii Daawwachuun Waliif Qoodaa. 👇 https://capital.mvacancy.com/vidiyo-miliyoon-dirriba-poolisii-keeniyaa-harka-gale/

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Culinary Team

Attire

Address


Dire Dawa
Jimma
77777777