Sefu kalifa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sefu kalifa, Health/Beauty, Ethiopia �, Dire Dawa.
30/10/2024
26/02/2024
Miliyoona 1n (1,000,000) kitaaba “Hiigaa”
Umrii nuuf dheeradhu adeeroo 🥳✊❤️
Kitaaba HHIIGAA1 qarshii miliyoona 1n bi ee jira adeeroo yaadataan. kanaa oltu siin mala Habibi hedduu itti dadhabdee .
18/02/2024
18/02/2024
Magaalaan kun seenaa mootummaa Islaamaa guddicha Impaayara Ottomaan Turkey 🇹🇷 keessatti seenaa guddaa qabdi! Magaalaan Turkey Istanbul seenaa Islaamaa keessatti iddoo guddaa qabdi Istanbul keessatti Masjiida guddaa yeroo tokkotti nama 500,000 ol fuudhu kana pireezidaantii Tarkii Recep Tayyip Erdoğan yeroo bulchinsa isaa keessatti ijaare! Masjiidni kun iddoo seenaa Impaayarii Ottomaan Tarkii keessatti iddoo guddaa qabutti ijaaramuun seenichaa tursiisuuf gahee guddaa qaba! Dhaloonni waan guddaa irraa barata! Mashaa Allaah Allaahuakkubar!! 💔👏
18/02/2024
29/01/2024
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Ethiopia �
Dire Dawa